Oromia Forest and Wildlife Enterprise

Oromia Forest and Wildlife Enterprise Bara 2022ti Dhaabata Bosonaafi Bineensa Bosona Oromiyaa Afrikaa Bahaatti beekkama fi hawwatama ta'e arguu.

18/05/2026


Gabaasni Sakatta’iinsa Madaallii Kaizaan Dhiyaate*****************************************************FINFINNEE 07/09/20...
15/05/2026

Gabaasni Sakatta’iinsa Madaallii Kaizaan Dhiyaate
*****************************************************
FINFINNEE 07/09/2018 – Giddu-gali Ga’umsa Kaizaan gabaasa sakatta’iinsa ka’umsaa (Baseline Assessment) madaallii Waajjira Ol-aanaa, Damee Arsii fi Damee Finfinnee irratti xiyyeeffate dhiyeesse.
Gabaasni kun naannoo garajoota dhaabbataa, manneen kuusaa fi manneen galmee irratti xiyyeeffachuun kan hojjatamee tahu gareen jiddu-gala Kaizaan ibsani jiran.

Kaizaan meeshaa rifoormii bu’aa-qabeessa ta’e, Oomishtummaa (Productivity) dabaluu irratti xiyyeeffatu, Fooyya’iinsa Walitti Fufiinsa qabu (Continuous Improvement) fiduu fi, dhaabbanni industrii keessatti dorgomaa akka ta’u kan dandeessisuudha.

Hoggantoonni dhaabbata sirna Kaizaani hojiirra oolchuun tajaajila qulqullina qabu tajaajilamtootaf dhiyeessuuf kutannoon kan hojjetu ta’uu ibsuun madaallii kanaan, dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadan (thematic area) irratti marii bal’aan erga taasifamee booda, kallattiin hojii fuula duraa ka’uun xumurame jira.


Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

12/05/2026
Marii Kallattii Qophii Karoora Bara 2019 Gaggeeffamaa Jira!*************************************************************...
12/05/2026

Marii Kallattii Qophii Karoora Bara 2019 Gaggeeffamaa Jira!
***************************************************************
Finfinnee: Caamsaa 04 /2018(OFWE) Mariin kallattii qophii karoora bara bajataa 2019 irratti xiyyeeffate hirmaannaa hoggantootaa fi ogeeyyiitiin gaggeeffamaa jira. Mariin kun kaayyoo fi galma dhaabbatichi bara dhufu bira ga’uuf karoorfamee irratti gaggeeffamaa Jira.
Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

The Nexus of Climate Action and Global Devlopment********************************************************Climate change ...
12/05/2026

The Nexus of Climate Action and Global Devlopment
********************************************************
Climate change and sustainable development are deeply interconnected, as the impacts of a warming planet directly threaten the progress made across all dimensions of human development. Climate change acts as a profound threat multiplier, meaning it doesn't just create new problems but aggressively worsens existing ones like poverty, hunger, and inequality.

This relationship is codified in the Sustainable Development Goals (SDGs), where climate action (Goal 13) and Reo declaration 1992 serves as a vital prerequisite for achieving other objectives like clean water, affordable energy, and reduced inequalities.
Therefore, integrating climate resilience into development planning is essential to ensure that global growth is equitable, long-lasting, and occurs safely within our planetary boundaries.
True sustainable development—which aims to meet the needs of the present without compromising the ability of future generations to meet theirs—cannot be achieved without urgent climate action.

The Oromia Forest and Wildlife Enterprise (OFWE) remains a cornerstone in the protection and conservation of natural forests in Ethiopia’s largest regional state. It is currently managing a vast network of natural forest concessions, 24 parks, and 18 Eco-tourism sites. The enterprise has been instrumental in preserving Oromia's biodiversity since its founding. The enterprise’s multifaceted approach combines active forest management with Eco-tourism to ensure long-term climate resilience and regional growth.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

Obbo Zagayyee Asfaawu Du'aan Addunyaa Kanarraa Boqotan.****************************************************Obbo Zagayyee...
12/05/2026

Obbo Zagayyee Asfaawu Du'aan Addunyaa Kanarraa Boqotan.
****************************************************
Obbo Zagayyee Asfaawu nama qonnaan bultoota biraa galata guddaa qabaniidha. Obbo Zagayyee bara Hayilasillaasee irraa jalqabee lafti kan qonnaan bulaa akka ta'u kan qabsaa'an yoo ta'u, bara Dargii Ministeera Qabiyyee Lafaatti muudamuun labsiin "Lafa Qonnaan Bulaaf" (መሬት ለአራሹ) akka labsamu taasise. Nama jabaa akkasii dhabuun baay'ee nama gaddisiisa. Yeroo Chaartaraa Ministeera Haqaa ta'anii kan hojjetan yoo ta'u, sababa qabsoo isaaniitiin yeroo adda addaatti hidhaaf saaxilamanii turan.
Qonnaan bultoonni biyya keenyaa mirgi abbaa qabiyyummaa lafaa isaanii mulqame akka deebi'u qabsaa'uu qofa osoo hin taane, labsichaa fi haala raawwii isaas nama adda durummaan hoggananiidha. Obbo Zagayyeen hamma lubbuun boqotanitti, dadhabe osoo hin jedhin Komishinara Komishinii Marii Biyyaalessaa ta'uun, biyya isaanii hamma hafuura dhumaatti tajaajilaa turan.
DhBBBOn Du'aan boqochuu Obbo Zagayyee Asfaawuun gadda guddaa itti dhaga'ame ibsaa, maatii, firoottan, fi jaallan isaaniif jajjabina hawwina.

DhBBBO’n Bara Baajata 2017 Bu’aa Odiitii ‘Qulqulluu’ Galmeessise!!
11/05/2026

DhBBBO’n Bara Baajata 2017 Bu’aa Odiitii ‘Qulqulluu’ Galmeessise!!

DhBBBO’n Bara Baajata 2017 Bu’aa Odiitii ‘Qulqulluu’ Galmeessise!!******************************************************...
11/05/2026

DhBBBO’n Bara Baajata 2017 Bu’aa Odiitii ‘Qulqulluu’ Galmeessise!!
**********************************************************************
Finfinnee: Gabaasni xumura odiitii (Exit Conference) bara baajata 2017 qabiinsa herregaa fi qabeenyaa Dhaabbata [DhBBBO] irratti gaggeeffame, bu’aan isaa ‘Qulqulluu’ (Unqualified Opinion) ta’uun ifoomeera.
Bu’aan odiitii kun kan ibsame, marii Gabaasa Xumura Odiitara Alaa jedhamuun bara baajata 2017 yeroo hirmaattotaf dhiyaateetti turee.

Odiitiin kun Waajjira Ol’aanaa fi Dameelee saglan (9) jiddu-gala godhachuun kan dhiyaate yoo ta’u, Odiitii kun bu’uura Sadarkaa Gabaasa Faayinaansii Idil-addunyaa hordofee kan qophaa’e ta’uun gabaasichi addeesse jira.
Qabiinsi herregaa fi qabeenya odiitara alaatiin mirkanaa’uun, dhaabbata gara industriitti ceessisuuf bu’uura cimaa akka ta’e Daarektarri Daarektoreetii Faayinaansii, Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenyaa Obbo Gannanaa Assaffaa ibsani jiran,
Marii kana irratti maanaajimantii dhaabbatichaa, ogeeyyiin dhimmi ilaallatuu fi bakka bu’oonni Oromiyaa Agroo Giruuppii argamaniiru.Ggabaasa dhiyaate irratti bal’inaan erga mari’atanii booda, hoggantoonni dhaabbatichaa kallattii fuula duraa kaayuun marii xumuramee jira.
Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

09/05/2026



PLACE OF 3 UNIQUE

Birding, Adventure, Culture
The entire Borena landscape is gently sloping area of Savanna bush land between the Ethiopian Plateau and neighboring lowlands. The area has been defined as “natural and/or modified ecosystems containing significant biodiversity and cultural values, voluntarily conserved by Borena Oromo communities over centuries. No matter if you prefer unspoiled nature or modified landscape, Borana has something to capture the imagination of every traveler.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

የኢትዮጵያ ደን ልማት ከክልል የዘርፍ ባለድርሻ አካላት ጋር በመቀናጀትና በመናበብ  የሚያከናውናቸውን ስራዎች አጠናክሮ እንደሚቀጥል ተገለፀ።ሚያዝያ 29/2018 ዓ፣ም (ኢደ.ል) ********...
08/05/2026

የኢትዮጵያ ደን ልማት ከክልል የዘርፍ ባለድርሻ አካላት ጋር በመቀናጀትና በመናበብ የሚያከናውናቸውን ስራዎች አጠናክሮ እንደሚቀጥል ተገለፀ።
ሚያዝያ 29/2018 ዓ፣ም (ኢደ.ል)
***************®***************
የደን ልማት ስራ በተፈጥሯዊ ባህሪው በርካታ ባለድርሻዎችን የሚያሳትፍ ሲሆን በተለይ እንደየ ክልሎች ተጨባጭ ሁኔታ በሚደራጁ የዘርፉ ስራዎች መሰረት ደንና ከደን ጋር አብረው የተደራጁ አስፈፃሚ መስሪያ ቤቶች ማለትም የግብርና ቢሮ፣ የአካባቢ፣ደንና አየር ንብረት ለውጥ ቢሮዎች ወይም ባለስልጣን መስሪያ ቤቶች፤ የገጠር መሬት አጠቃቀም ቢሮዎች፣ የደን ኢንተርፕራይዞች፤ የደንና ዱር እንስሳት መስሪያ ቤቶች፤ ፓርኮች፤ እርሻና ተፈጥሮ ሀብት ቢሮ፤ የከተማ ውበትና አረንጓዴ ልማት ቢሮዎች እና ተመሳሳይና ተቀራራቢ አደረጃጀት ካላቸው ተቋማት ጋር በመቀናጀት ስራዎቹን ያከናውናል፡፡

Address

Kebena
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 02:00 - 23:00
Tuesday 02:00 - 23:00
Wednesday 02:00 - 23:00
Thursday 02:00 - 23:00
Friday 02:00 - 23:00
Saturday 02:00 - 18:00

Telephone

+251904864918

Website

http://www.linkedin.com/in/ oromia-forest-and-wildlife-enterprise-3a14543b4

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Forest and Wildlife Enterprise posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Forest and Wildlife Enterprise:

Share