Qotaa Najjoo.

Qotaa Najjoo. Bu'uuralee Misooma Najjoof Hunduu Haa Tumsinu

Mucaan kun lukkuunsaa jalaa dhukkubsattee hospitaala geessuun  ijoo dubbii ta'aa jira. Viidiyoonsaa miidiyaa hawaasarrat...
19/06/2026

Mucaan kun lukkuunsaa jalaa dhukkubsattee hospitaala geessuun ijoo dubbii ta'aa jira.
Viidiyoonsaa miidiyaa hawaasarratti erga qoodamee dhaabbileen garaa garaa deeggarsa itti roobsaa jiru..😁

Namnii Abdii ilaale Amantii Namatti Hin Qoosu ...Amantii kan Abbaatti .Dhuunfaadhas Namnii kamu Amantii Isa Ni jaallaata...
12/06/2026

Namnii Abdii ilaale Amantii Namatti Hin Qoosu ...Amantii kan Abbaatti .
Dhuunfaadhas Namnii kamu Amantii Isa Ni jaallaataa ...Galatooma
Qotaa Najjoo.......

08/06/2026

kanan Booda Nama Najjoo president Nannoo Oromiyaa ta'ee Bulchuu Arguun barbaada..

08/06/2026

Najjoon Garuu ..Nama Baalagizee ta'e ...qabdii....?

warrii Nyaatanii Beektan Namicha Baalagize kana irraatti Wal nyaadha Nuti dhaabbatee ilaaladha. šŸ˜‰ Kondominiiyeemiin Utuu...
08/06/2026

warrii Nyaatanii Beektan Namicha Baalagize kana irraatti Wal nyaadha Nuti dhaabbatee ilaaladha. šŸ˜‰ Kondominiiyeemiin Utuu nuf kennamee ta'ee Nutis Yoona nuuf haa mudaamu Jennee Iyyinaa ta'a. Waanuma feedheef Fayidaan , Naannuummaan Angoon Abaluuf haa kennaamuu , Abaluuf Haa kennamuu jechuun Haa dhabbatuu Oromiyaan haa kan walinitti waan ta'eef ...jechaan dhamsa koo dabarsa...

Bu'aan Mircaa Keenyaa Sun  Eessaa Ga'ee laata..?
06/06/2026

Bu'aan Mircaa Keenyaa Sun Eessaa Ga'ee laata..?

06/06/2026

Hoggana Olaanaa Fuudhee Bulaa..šŸ˜‰

Namni dhuunfaa shiboo elektirikaa misooma koriidariif diriirfame hate harkaa harkatti qabame Qotaa Najjoo Caamsaa 28/201...
05/06/2026

Namni dhuunfaa shiboo elektirikaa misooma koriidariif diriirfame hate harkaa harkatti qabame

Qotaa Najjoo Caamsaa 28/2018

Namni dhuunfaa Barakat Araggaa jedhamu gocha hannaa shiboo elektirikaa misooma koriidariif dirrirfame kan hate Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 01 bakka addaa naannawaa Gusquwaam Qiddisti Maariyaam halkan keessaa sa’atii 4:00 tti tahuun ibsameera.

Shakkaman maqaan isaa olitti eerame misooma koriidariif diriirfamuun tajaajila kennaa kan jiru Keebilii daddabarsa shiboo elektirikaa muree fudhachuun ujummoo dhangala’aa dhabamsiisuuf tolfame keessa seenuun miliquuf yaaluun isaa ibsameera.

Haata’u malee miseensotni poolisii yerichatti hojiirra turan hordoffii taasisuun barbaacha sa’atii 2 itti fudhateen harkaa harkatti qabuun galmeen qorannoo irratti banamuun dhimmichi ilaalamaa jiraachuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Kutaa Magaalaa Gullallee ibseera.

Shakkamicha hatattamaan to’annoo jala oolchuuf qindoominni hawaasni naannawichaa poolisii waliin tahuun taasise kan galateeffachiisu tahuu kan ibse poolisiin gara fuulduraattis uummanni aantummaa isaa agarsiisuun poolisii waliin hojjechuun kanneen yakka raawwatan seeratti dhiyeessuuf hojii akka salphisu hubachiisera.

Qajeelchi Poolisiifi Bulchiinsi Kutaa Magaalichaa gara fuulduraatti waloon mari’achuun miseensota poolisii ujummoo keessa seenuun shakkamaa qabaniif beekamtiifi badhaasa kennaaniif..

Raajii Filannoo 2018....1. Magaalaa jimmaatti dubartiin tokko hiriira filannoorra otoo jirtuu ciniinsuun ishii qabuun wa...
02/06/2026

Raajii Filannoo 2018....

1. Magaalaa jimmaatti dubartiin tokko hiriira filannoorra otoo jirtuu ciniinsuun ishii qabuun waan itti hammaateef hiriira adda kutuun da'umsaaf deemte. Deessee akka xummurteen deebitee sagaleeshee kennite. Madda AMN Tv

2. Magaalaa Mattuutti dubartiin har'a deesse kaatee sagaleeshee kennatte. maqaa mucaashees Filannoo jette. Madda: OBN Tv

3. Namni waggaa meeqa kiraanchiin deemaa ture akkuma sagaleesaa kenneen fayyee fiigaa gale. Madda: Fuula FB Gumaa
4. Mushurroonni guyyaa wiixataan cidha isaaniirra turan cidhasaanii adda kutuun sagalee isaanii kennataniiru. Madda: Haroo Tube

5. Dubartiin Ciniinsuun ishee qabee ambulaansiin hospitaala deema turte buufata filannoo yeroo argitu buutee sagaleeshee kennatteetti. Madda Fuula FB Walloo.

6. Kaardii filannoo baafatee kan osoo hin filatiin boqote mucaan Bachoo tokko hamma filannoon gahutti otoo hin awwaalamiin taa'ee sagaleesaa kennachuun awwaalameera.

7. Godina Iluu keessatti saani kaardii filannoo dogoggoraan nyaatte warqii kg 300 afaaniin baaste. Faana Broadcasting.

8. Gondor keessatti oduu filannoo waan dhagaheef Taabonni 5 gammadee bataskaanaa ba'ee kophaasaa nama malee fiigee nama dubbise. EBC.

9. Gambeella keessa Boba'aan iddoo 12 danfee namoota filannoof ba'an addaan fiigsise. OBN

Kana hunda miidiyaa biyyaa gabaase.
Qotaa Najjoo 25/9/2018
Oromoon Injifaataadha.

Ibsa Boordii Filannoo Biyyaaleessaa ItoophiyaaOduu Qotaa Najjoo( Waxabajjii 1/2026) FinfinneeWalittiqabduun Boordii Fila...
01/06/2026

Ibsa Boordii Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa

Oduu Qotaa Najjoo( Waxabajjii 1/2026) Finfinnee

Walittiqabduun Boordii Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa Aadde Meelaatawarqi Hayiluu miidiyaaf ibsa kennaniiru.

Ibsa isaanii kanaan:
- Buufataaleen filannoo kuma 50fi 188 ganama sa’atii12:00 irratti filannoo eegalaniiru; buufataaleen 695 sa’atii 12 booda kan banaman ta'uu,

- Buufataaleen filannoo 143 sababa nageenyaan hinbanamne ta'uu,

- Meeshaalee filannoo hundi hanga kaleessa galgalaatti buufataalee filannoo qaqqabuu,

- Taajjabdoonni kuma 39fi 723 buufataalee filannootti argamaniiru; bakka buutoonni dorgomtoota paartiifi dhuunfaa kuma 41fi 978 argamaniiru.

- Finfinnee dabalatee bakkeewwan kaanitti hiriira dheeraa mul’ateera. Kunis filattoonni onlaayinii dhuunfaasaaniifi buufataalee filannootti galma’aniiru. Siistamiichis namoota galmaa’an kan lakkoofsa fuulaatiin hinkaa’u.

- Rakkoo nageenyaatiin naannoolee Oromiyaafi Amaaraa muraasatti filannoon eegalee adda citeera.

- Naannoo Beenishaangul Gumuz bakka muraasatti rakkoo neetworkii mudateera.
Miseensi raawwachisaa filannoo tokko balaa tasaatiin

Address

Burayu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qotaa Najjoo. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qotaa Najjoo.:

Share