16/06/2026
Coombs Test - maaliif fayyadaa?
- Haadholii ulffaaf: Garaagarummaa gosa dhiigaa (Rh incompatibility) haadha fi daa'ima gadameessa keessa jiru gidduutti jiraachuu danda'u adda baasuuf!
- Dhukkuboota dhiigaa waliin walqabataniif: Gosoota hir'ina dhiigaa (Hemolytic Anemia) tokko tokko adda baasuuf!!
📌Teessoo:- Amboo, Paan Afrikaa, Fuuldura Kolleejjii Kushland
☎️+251941604984
🔵