Badhaasaa Ahmed

Badhaasaa Ahmed Official Facebook account follow me
(1)

Jummaan Guyyaa Har'a kan barakaa fi jaalalaa nuuf haa ta'uu Obboleeyyan koo ❤️🥰
22/05/2026

Jummaan Guyyaa Har'a kan barakaa fi jaalalaa nuuf haa ta'uu Obboleeyyan koo ❤️🥰

Deegartoonni arsenal baga rabbiin isinirra guute baga gammaddan ❤️🥰
19/05/2026

Deegartoonni arsenal baga rabbiin isinirra guute baga gammaddan ❤️🥰

Haalaaf Amaalli kee bareeda taanan Nammayyu si jaalata Akkam oltaan ❤️🥰
19/05/2026

Haalaaf Amaalli kee bareeda taanan Nammayyu si jaalata Akkam oltaan ❤️🥰

Nama Cimaa Ta'iCal'isi bu'aan hojji kee haa dubbatuObsa qabaadhu.Abdi hin kutin.Jumma milkii nuuf haa ta'uu 🥰❤️
15/05/2026

Nama Cimaa Ta'i
Cal'isi bu'aan hojji kee haa dubbatu
Obsa qabaadhu.
Abdi hin kutin.
Jumma milkii nuuf haa ta'uu 🥰❤️

11/05/2026

Sport time ⏲️ ❤️🥰
Ammas dardaraa woo

Kabajamtuu tiyya haadha too yaa umma Ani sinjaaladha galgalaaf Ganamaa Walaloodha 🥰❤️Umrii naaf dheeradhu mom  motherday...
10/05/2026

Kabajamtuu tiyya
haadha too yaa umma
Ani sinjaaladha galgalaaf
Ganamaa
Walaloodha 🥰❤️
Umrii naaf dheeradhu mom
motherday 🙏

Urjii lafarraa 🥰❤️Umrii nuuf dheeradha
09/05/2026

Urjii lafarraa 🥰❤️
Umrii nuuf dheeradha

Haalli kee maal iyyuu yoo ta'e har'a kee kaleessa caalaa akka fooyya'u gochuuf yaali Akkam oltaan silaa 🥰❤️
06/05/2026

Haalli kee maal iyyuu yoo ta'e har'a kee kaleessa caalaa akka fooyya'u gochuuf yaali Akkam oltaan silaa 🥰❤️

Iddoo seenaa fi nama seenaa Giddu gala aaddaa oromoo fi goota keenya Hacee❤️🥰
06/05/2026

Iddoo seenaa fi nama seenaa
Giddu gala aaddaa oromoo fi goota keenya Hacee❤️🥰

KUTANNOO QABAADHU!Yeroo san of irraa kaate ofiifis Tatee biyyaaf bu'aa buusta Yoo Kutannoo qabaatte waanJalqabde xumurta...
04/05/2026

KUTANNOO QABAADHU!
Yeroo san of irraa kaate ofiifis
Tatee biyyaaf bu'aa buusta
Yoo Kutannoo qabaatte waan
Jalqabde xumurta beeki
Yoo Kutannoo qabaatte
Har'a dukkanaa'us bor ni ifa jette
Abdiin jiraatta beeki
Kutannoo jechuun cichoomina
Ykn abdii jireessa ykn of beeku
Eessa akka kaate fi Eessa akka
Geesse beeku keettu miira
Kutannoo jedhu si keessatti
Uumu danda'a
Kutannoo qabaachuf onnee
qulqulluu fi sammuu kee
Qopheessu si gaafata
Kutannoo haa qabaannu
Galmaa yaanne gahuuf
For advice obboleeyyan ❤️🥰

01/05/2026

saahiba keetitti liqii hin kannin🤣🤣

Address

Bedesa

Telephone

+251933428658

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaasaa Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Badhaasaa Ahmed:

Share