Abbaa Dammaa

Abbaa Dammaa Join us to get medical treatment

👉Faayidaalee dammaa🏃‍♂️🏃‍♂️💃1. Madaa qoorsuuf.2. Carraa maseenummaa ni hir'isa.3. Umrii ni dheeressa, jechuun fayyaleesu...
08/04/2025

👉Faayidaalee dammaa🏃‍♂️🏃‍♂️💃
1. Madaa qoorsuuf.
2. Carraa maseenummaa ni hir'isa.
3. Umrii ni dheeressa, jechuun fayyaleesuumma qamaan tuuru dandeessu. .
4. Hirriba gahaa rafuuf.
5. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf.
6. Keemikaalota qaama keessatti summii ta'an dhabamsiisuuf.
7. Dadhabbii akka malee ni hir'isa.
8. Dhukkubbii ilkaaniif.
9. Kaanserii lafee fi garaachaaf.
10. Dhukkuba lafee ni hir'isa.
11. Finniisa nurraa qulqulleessa.
12. Dhukkubbii maashaa fi buusaawwanii ni hir'isa.
13. Cholesterol hamaa hir'isa.
14. Ulfaatina qaamaa akka malee ni hir'isa.
15. Foolii badaa afaanii nurraa qolata.
16. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa ni dabala.
17. Madda annisaa ti.
18. Dhibee onneefis ni tola.
19. Dhibee asmii fi saaynasiif.
20. Dafanii molachuu nurraa ittisa.

Namoonni damma qulqulluu argachuu barbaaddan lakk. Bilbilaa: 0927238601 nu argachuu dandeettu. Galatoomaa

13/12/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Falmata Dhugaasa Baalee, Ahmad Kaliil

Address

Infront Of Mosque Near Bus Station
Bek'oji

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Dammaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share