Wajjiraa Fayyaa Aanaa Dadar

  • Home
  • Wajjiraa Fayyaa Aanaa Dadar
Contact the business

Wajjiraa Fayyaa Aanaa Dadar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wajjiraa Fayyaa Aanaa Dadar, Medical and health, Dadar Woreda, .

17/09/2026
12/09/2026

ከብሪክስ ጉባኤ ጎን ለጎን የቪየትናም ጠቅላይ ሚኒስትር ሌ ሚን ሁንግን አግኝቸ ፍሬያማ ውይይት አድርገናል። በኢትዮጵያ እና ቪየትናም መካከል ያለውን የሁለትዮሽ ግንኙነት ይበልጥ ማጠናከር እና የጋራ ትብብራችንን ማስፋት በሚያስችሉ ጉዳዮች ዙሪያ መክረናል።
‎
On the margins of the BRICS Summit I also met with Prime Minister Lê Minh Hưng of Vietnam for a constructive discussion on strengthening bilateral relations and expanding cooperation between Ethiopia and Vietnam.

‎🇪🇹 🇻🇳

12/09/2026

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Sheek Kaalid Biin Mahaammad Biin Zaayid Al Naahyaan(phd) waliin mari'atan

Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, dhaaltuu gonfoo mootii Abu Dhaabii kan ta'an, Sheek Kaalid Biin Mahaammad Biin Zaayid Al Naahyaan(Phd) waliin dhimmoota hariiroo fi tumsa Itiyoophiyaa fi Emireetota Arabaa Gamtoomanii cimsan irratti mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin akka ibsanitti, Yaa'ii BRICS+ 18ffaa cinaatti ilma mooticha Abu Dhaabii Sheek Kaalid Biin Mahaammad Biin Zaayid Al Naahyaan waliin mari’achuu himaniiru.

Mariin isaanii ajandaalee dursaa BRICS+ ijoo ta'aniifi adeemsa tumsa hunda galeessa Itiyoophiyaa fi Emireetota Arabaa Gamtoomanii gidduu jiru daran cimsuuf taasifamaa jiru irratti kan xiyyeeffate ta’uu eeraniiru.

12/09/2026
12/09/2026

Address

Dadar Woreda

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wajjiraa Fayyaa Aanaa Dadar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wajjiraa Fayyaa Aanaa Dadar:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed health & beauty business?

Share