Daycare Health

Daycare Health This page is always the learners!!!

16/06/2026
15/06/2026

Watch, follow, and discover more trending content.

14/06/2026

Fayyaan faaya!! Alh nuuf haa dhiisu akkasuma nulleen of eeggannoo gochuu qabna.
waan hunda keessatti fayyummaa keenya eeggachuu qabna.
Erga dhukkubni san nutti dhufe osoo hin taane, osoo nutti hin dhufin of eeggannoo godhuun hedduu takka barbaachisa. Kanaaf rabbi nu haa eegu!!

Yes!!
14/06/2026

Yes!!

FAAYIDAA KILLEE(HANQAAQUU)1. Humna ga'aa nuuf kenna.2. Madda anniisaati3. Madda pirotiinii ta'uun amiinoo asiidiu ga'aa ...
13/06/2026

FAAYIDAA KILLEE(HANQAAQUU)
1. Humna ga'aa nuuf kenna.
2. Madda anniisaati
3. Madda pirotiinii ta'uun amiinoo asiidiu ga'aa nuuf kenna.
4. Hanqaaquun tokkichi-gosa vaayitaamin A : B2,9,12 ,5 ,foosfarasii siliiyeemii of keessa qaba.
5. Gosa kolestiroolii ,HDL jedhamuu akka qaama keenyaa keessatti ol ka'uu taasisa.
FollowDr Mohammed Ibrahim
Galatoomaa
Page like 👍👍👍👍
Source : food daily science

10/06/2026

Gastroenteritis is inflammation of the lining of the stomach and small and large intestines. Most cases are infectious, although gastroenteritis may occur after ingestion of drugs, medications, and chemical toxins (eg, metals, plant substances).

Address

Deder
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daycare Health posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share