17/05/2025
Kabajamoo maamiltoota keenya warri beellama pathology ( FNAC, Biopsy) kanneen qorannoo dhibee TB, dhibee kaanserifi kkf qabdan Guyyan beellama keessani Wiixata ykn 11/09/2017 EC akka ta'e kabajaan isin beeksisna. akkasumas warri dhiita garaagara qabdan carraa kanatti fayyadamtanii yaalamuu nii dandeessu