01/06/2026
Dhimmi kun dhimma lubbuuti.
Haawasni nagaan bobba'ee gala dadhabee jira. Daandii geejjibaa gara Finfinnee geeysu daandii nagaa tasgaabbii tahuu qaba. Saamichi Ummata keenya irratti xiyyeefate dhaabbachuu qaba.🥲❤️🙏