Dr.Bayaan Medium Clinic

Dr.Bayaan Medium Clinic Working 4creating Physically,Mentally&Socially healthy society!!

Baga Ayyaana IID- AL- ADAHAA bara kanaa( 1447ffaa)nagaan geessan! Ayyaanichi kan gammachuu,nagayaafi badhaadhinaa nuuf h...
26/05/2026

Baga Ayyaana IID- AL- ADAHAA bara kanaa( 1447ffaa)nagaan geessan! Ayyaanichi kan gammachuu,nagayaafi badhaadhinaa nuuf haa ta'ušŸ¤²šŸ¤²šŸ¤²įŠ„įŠ•įŠ³įŠ• įŠ į‹°įˆØįˆ³į‰½įˆ!!
EID MUBARAK!!

29/03/2026
02/06/2025


Maariyyee Jaldeessaafi ofeeggannoo taasifamuu qabu
************
Gaazexaa Bariisaa
Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa torban darbe Itoophiyaatti mul’achuu Ministeerri Fayyaa ibsuunsaa ni yaadatama.

Jalqaba daa’ima guyyaa 21 irratti kan argame yoo ta’u; namoota isa waliin tuttuqqii qaban keessaas haatisaa qabamuun mirkanaa’eera. Akka seenaan namoota kanneenii ibsuttis biyya ollaarraa gara Mooyyalee seenan.

Odeeffannoo hanga Jimaataatti jiruun namoonni dhibichaan qabaman sadii kan ga’e yoo ta’u, gaafa ibsamee kaasee Ministeera Fayyaarraa eegalee sektaroonni sadarkaan jiran dhibichi akka hinbabal’anneef xiyyeeffannaan hojjetaa....

GuutummaasaatiifšŸ‘‡

https://press.et/oromifa/2025/05/31/maariyyee-jaldeessaafi-ofeeggannoo-taasifamuu-qabu/

26/12/2024

MERRY CHRISTMAS&Happy 2025!!

  fayyadamtootaafi daldaltoota isaatiif:*******"***********Qoricha Mataa dhukkubbii, dhukkubbii Ilkaanii, dhukkubbii qaa...
22/11/2024

fayyadamtootaafi daldaltoota isaatiif:
*******"***********
Qoricha Mataa dhukkubbii, dhukkubbii Ilkaanii, dhukkubbii qaamaa fi olka'uu ho'aa fa'a hir'isuuf kennamu "Relief" jedhamu hawaasni akka hin fayyadamne Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa akeekkachiise. Qorichicha fayyadamuun rakkoolee garagaraatiif nama saaxila waan ta'eef hin fayyadaminaa jedhamee jira. Nama qorichicha gurguru yoo argitan lakkoofsa bilbilaa tolaa 8482'n bilbilaatii eeruu kennaa jechuun waamicha dhiyeesseera.

Address

Baddeessaa
Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Bayaan Medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr.Bayaan Medium Clinic:

Share