01/02/2026
๐ค๐ผ๐ฟ๐ถ๐ฐ๐ต๐ฎ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ฟ๐ธ๐ฎ๐บ๐ฒ ๐ด๐ฎ๐ฟ๐๐ ๐ป๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ป ๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ฎ๐๐ฎ๐บ๐.
"Qola qorichatti irra ishee mataaf dugda qabatutu jira" jedhanii iyyaafatu.
Qoricha โ๐ฅ๐๐๐๐๐โ jedhamu hawaasni akka hinfayyadamne akeekkachiifame
Qoricha seeraan alaa โRELIEFโ jedhamu fayyadamuurraa hawaasni akka of qusatu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa akeekkachiise.
Abbaan taayitichaa akeekkachiisaa baaseen qorichi seeraan alaa kun elementoota fayyaarraan miidhaa geessisuu dandaโan akka qabu eeruun, faayidaaf akka hinoolle hubachiiseera.
Qorichichi gabaarratti balโinaan dhiyaataa jiraachuu fi Abbaa Taayitichaan kan hingalmoofne taโuun, qulqullinni, nageenyummaa fi buโaa qabeessummaan isaa hinbeekamu jedheera.
Fedhii nyaataa dhabuu, teessisaa, dhukkubbii garaa, ol tu ttuqaa, guraaruu, hirriba dhabuu, dadhabbii, sirriitti arguu dhabuu, raatessuu, dhukkubbii mataa, rakkoo gogaa, inzayimoonni tiruu dabaluu fi yeroo dheeraaf yoo fayyadaman miidhamuu kalee kan hordofsiisu taโuun miidhaalee cinaa qorichichaa taโuu ibseera.
Akkasumas carraa rakkoo tiruu, kalee, onnee , dhibbaa dhiiga sadarkaa olaanaa hamaan qabamuuf kan saaxilu dandaโu taโuu qorannoon mirkanaaโuu ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni mulโisa.
Hawaasnis kana hubachuun qoricha kana fayyadamuurraa akka of qusatuu fi qorichichi faayidaaf wayita oolu yoo arge karaa toora bilbila bilisaa 8482โn bilbiluun abbaa taayitichaas taโee qaamolee toโannoof eeruu akka kennan waamicha dhiyeesseera.
https://www.facebook.com/share/17krwtdVWd/