Abas Ahmed

Abas Ahmed "Huffisni fedhe dhufuu kaayyoo Koo irraa duubatti naan deebisu rabbii wajjiin "

09/05/2026
📢 Odeeffannoo Gammachiisaa!Maatiin jaarsa kaleessaa odeeffannoo isaa isiniif qoode sun argamaniiru. Maatii dhufaniis:-  ...
11/04/2026

📢 Odeeffannoo Gammachiisaa!

Maatiin jaarsa kaleessaa odeeffannoo isaa isiniif qoode sun argamaniiru. Maatii dhufaniis:-

1. Ahmed Abas Usmail-- Soddaa isaati

2. Kadir Mohammed shek Abdalaadi Sheeka -- Ilma isaaniti

Zoonii Gabiiba keessaa Araddaan isaani Ija Qachu Ganda Bilitii Akka isaan jedhanitti. Bulchaan araddaa sanaatiis Mohammed Ahmed Jaarra (Jaarra).

Kun hundi tumsa, waliif dabarsuu fi hojii gaarii isin hojjattan irraa kan madde dha.

Isin hundaaf galata guddaan qaba. Waliif yaaduu fi waliif dhaabbachuun keenya bu’aa guddaa fideera.

🙏❤️Rabbiin isin haa eebbisu! 🙏❤️

🙏🙏🙏Galatooma 🙏🙏🙏

Akkam nagayaa fayyaa qabdani? Namni asiin gaditti suuraa isaa argitan kuni Maqaan isaa Mohammed X jedhama. Namni kun yer...
10/04/2026

Akkam nagayaa fayyaa qabdani?

Namni asiin gaditti suuraa isaa argitan kuni Maqaan isaa Mohammed X jedhama. Namni kun yeroo gaafannu Aanaa kurfaa challee Zoonii Gabiiba jedha garuu araddaa tam akka ta'ee nuuf adda baasuu hin dandeenye. Maaltu isa mudate seetan Sababa waa dhabaatin waa kadhachuuf biyyaa irraa ka'ee garaa aanaa haramaaya keessaa osoo deemee kadhachaa jiruu konkolaatan magaala haramaaya keessaatti rukute garmalee miidhamee jira. Haa ta'uu malee hanga ammaati maatii isaa argachuu hin dandeenye. Iddoon inni itti argamu Hospitala Hiwot Fana comprehensive specialized hospital kutaa ICU keessaatti argama. Amma haallii inni keessaatti argamu dubbachuu hin danda'u, maashina irra ture ji'a tokko guutu. Erga maashina irraa baasne zooni Gabiiba ta'uu isaa suuta nutti hime. Arraddaa addaan nuuf baasuu hin danda'u hanga ammaati. Warri konkolaatan rukutees dhiisani biraa badani jiran. Nama Isa gargaaruu waan hin qabneef mee rabbiif jedhaati share waliif godhaa maatii biraan naaf gahaan dhaamsa kooti.

Yoo odeeffannoo dabalataa barbaaddaan bilbila 0948662642 kana irratti bilbila.

❤️A happy wife makes a happy life, and your love fills my heart every single day. You are my peace, my partner, and my h...
07/04/2026

❤️A happy wife makes a happy life, and your love fills my heart every single day. You are my peace, my partner, and my home. And to my son, you may grow taller than me, but you will never outgrow my love. You are my pride, my joy, and my forever blessing. Where there is love, there is life and with you both, my life is complete❤️.

❣️❣️Isiniin Jaaladha Maatii Koo ❣️❣️

05/04/2026

Eebba Barattoota Marsaa Lammaffaa
Koolleejii Saayinsii Fayyaa fi Biizinasii Waliif

Baga gammaddan! Guyyaan kabajaa fi milkaa’inaa kun boru
(Bitootessa 26/2018) Mooraa Afraan Qalloo, Yunivarsiitii Haroomaayaa keessatti ni adeemsifama.
Barattoonni keenya hojii cimaa isaanii xumuran; guyyaan isaanii boru ni kabajama.
Maatiin, hiriyoonni fi hawaasni keenya hundi gammachuu isaanii waliin akka qooddataniif affeeramtaniittu.

KOLLEJJII SAAYINSII FAYYAA FI BIIZINASII WALIIF
Dhaloota Ogummaa Harkaa fi Sammuun Misoome ni Oomishna!

Teesson 1: Magaalaa Harar Hospitaala Hiwot Fana fuulduraatti argamna
Teesson 2: Magaalaa Harar , Masjiida Aratanyaa gararra
Lakk bilbilaa: 09 05 71 88 88/09 75 02 33 33

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abas Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share