Qoosaa Fi Fayyaa

Qoosaa Fi Fayyaa Preventions of diseases is better than treatment

18/05/2026
18/05/2026


12/05/2026

Rakkoon rakkoodha.dafii natti kaayi naan jettemmoo anaan.Naaf seenuu dide.Suuta irraa qulqulleesseetiin ol itti kaaye.Lilmoo gariin edoon daftee namaaf hin seentu? Akkasittiin dhiiga irraa waraabe.😂 Dhukkubsataan gariin immoo obsa hin qabuu beeki😎

Dubartoonni walqunnamtii saalarratti yeroo tokko tokko imimmaan buusanii boo'u. Sababoonni isaan boochisuu baay'eefii ga...
02/05/2026

Dubartoonni walqunnamtii saalarratti yeroo tokko tokko imimmaan buusanii boo'u. Sababoonni isaan boochisuu baay'eefii garaagarummaa qabaatus isaan keessaa ijoofii yeroo baay'ee kan isaan boochisu, yeroo nama jaalatan waliin wal-qunnamtii saalaa raawwatanii gammachuun liqimfamuun miira isaanii too'achuu dadhabuu irraa kan ka'e imimmaan dhangalaasanii boo'u. Ta'us sababoonni isaan boochisuu kan biroo kanneen akka dhukkubuu, itti toluu diduu, jaarsa duraanii yaadatuu... fi kkf jiraatuu waan danda'uuf usanii itti oofuu osoo hin taane, waan isaan boochisu gaafatanii adda baafatuun gaaridha!!!
Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!
©️ Dr. Hamzaa Jamaal

How do we call this in football? ⚽️🏆👏
25/04/2026

How do we call this in football? ⚽️🏆👏

Diluma kana dhiirti dhabamtee moo
24/04/2026

Diluma kana dhiirti dhabamtee moo

Maaltu beeka tarii bosona daawwachuu dhaqaa jiru ta'aa🤰🤰🫃🫃🫄🫄🫃🫃🫄
23/04/2026

Maaltu beeka tarii bosona daawwachuu dhaqaa jiru ta'aa🤰🤰🫃🫃🫄🫄🫃🫃🫄

Suuraan kun hunduu kan nama tokkooti. Dubartiin kun "sababa ilkaan isheetiif gammachuu argadhee hin beeku" jetti.  Gamma...
22/04/2026

Suuraan kun hunduu kan nama tokkooti.

Dubartiin kun "sababa ilkaan isheetiif gammachuu argadhee hin beeku" jetti. Gammachuu dhabuurrayyuu darbee ijoolleen ishee sababa ilkaan ishee qofaaf akka itti qaana'aa turan dubbatti. Yeroo mana ijoollee ishee mana barnootaatii fiduuf baatu afaanitti aguuggatteeti. Sababa maaliif afaan kee walitti hin cufamnee jedhani ijoolleen ishee gaafachuun dhiphisu.

Booddee tasuma mana yaala ilkaanii tokko deemtee waa'ee ilkaan ishee gaafatti. Isaanis akka deebisuu danda'anii fi maallaqa ishee baaftu itti himu. Akka carraa Haati qabeenya mana yaala ilkaanii kun achi waan turteef ishee dhumatu dubartii kana keessummeesee. Dubartiin kun akka maallaqicha hin qabnee fi kana boodas abdii hin qabnee waa'ee ishii sababa ilkaanichaan miidhaa irra gahee fi gahaa jiru illee itti himte. Haati mana yaala ilkaaniis garaa laafteefii baasii tokko malee sirreessifteefii jirti.

Abjuun koo guyyaa tokko gammadee maatii koo waliin kolfuu dha jechaa kan turte dubartiin kun kunoo akkanatti miidhagsanii jiru!🤝.

Manni yaala ilkaanii sunis hojii kana qofaan namoota hedduu biratti beekamtii guddaa argateera.

Address

Harar_Addis Ababa
Harar

Telephone

+251915662070

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qoosaa Fi Fayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share