08/04/2026
Wa'ee dhukkubbii gaafa laguu dhuftuu fi sababoota kanaan walqabatan kessa isa hamaa ta'e fi yoo dafee walaansii godhamuu baate booda dhukkuba waraa( chronic pelvic pain), Mashenumaa( infertility) fi booda kessa carraa kaansarii jijjiramuu qabaachu kan walqabatuu DHUKKUBA ENDOMETRIOSIS ja'amuu walqabatee ergaa dabree dhageefadhaa irra baradha!!