28/01/2026
🌹🌹Tumsa Dhaabbilee Fayyaa Kallattii hundaan Hojii irraa Oolchuun Kenna Tajaajila Fayyaa Qulqulluu, Saffisaa fi dhaqabamaa gochuun Badhaadhina Fayyaa Maatii Mirkaneessuuf Xiyyeeffanoon Hojjetamaa jira.🌹🌹
🌹🌹🌹🌹
Waajjira Fayyaa Aanaa Dawaa Caffaa Buufata Fayyaa Waladdii Innisheetivii ijoo Seektara Fayyaa Itti Fayyadama Mana Qorichaa Buufatalee Fayyaa Ammayyeessuu (APTS) Hojjetama ture Xumuruun Tajaajila Hawaasaaf Kennuu jalqabsisneera.