Waajjira Fayyaa Godina Boorana Bahaa

Waajjira Fayyaa Godina Boorana Bahaa This is the Official page of East Borana Zone Health Office.

11/06/2026
10/06/2026
10/06/2026

የብቃት ምዘና ፈተና ለምትወስዱ ጤና ባለሙያዎች በሙሉ
__________

ከከፍተኛ ትምህርት ተቋማት በመጀመሪያ ዲግሪ ተመርቃችሁ የብቃት ምዘና ፈተናውን ለመውሰድ ምዝገባ ያጠናቀቃችሁ የጤና ባለሙያዎች በሙሉ፤ ፈተናው ከሰኔ 17 እስከ 19/2018 ዓ.ም የሚሰጥ መሆኑን እየገለፅን፦

1. የፈተናው መርሃ-ግብርም፦
▪ በ17/10/2018 ዓ.ም…… Medicine, Public Health, Medical Laboratory Science, Midwifery, Medical Radiology Technology እና Pediatric and Child Health Nursing
▪ በ18/10/2018 ዓ.ም……, Nursing, Human Nutrition, Optometry, Physiotherapy እና Surgical Nursing
▪ በ19/10/2018 ዓ.ም…… Pharmacy, Anesthesia, Dental Medicine, Emergency and Critical Care Nursing, Environmental Health እና Psychiatric Nursing,

ሁሉም ተፈታኝ ሰኔ 16/2018 ዓ.ም ከሰዓት 8፡00 ሰዓት በመፈተኛ ጣቢያ በመገኘት ስለፈተናው አሰጣጥ ቅድመ ገለጻ (orientation) መከታተል፤ የቅድመ ፈተና መለማመጃ ጥያቄዎችን መስራትና፤ የመፈተኛ ክፍሉን መለየት ይኖርበታል::

2. በፈተናው ወቅት የብሄራዊ መታወቂያ (National ID) እንዲሁም ሲስተሙ የሚሰጠውን QR code ያለው የፈተና መግቢያ /ስሊፕ/ print out ይዛችሁ መገኘት ይኖርባችኋል፡፡

ለተጨማሪ መረጃ እና Attachments የጤና ሚኒስቴ ቴሌግራም ቻናል ይመልከቱ፣ t.me/M0H_EThiopia

Godina Boorana Bahaa Aanaa Madda Walaabuutti hojiin baqaaqsanii Yaaluu Yaara  Ijaa Dhibee Tiraakoomaa Bilisaan hawaasaaf...
10/06/2026

Godina Boorana Bahaa Aanaa Madda Walaabuutti hojiin baqaaqsanii Yaaluu Yaara Ijaa Dhibee Tiraakoomaa Bilisaan hawaasaaf kennamaa jira.Guyyaa har'aa Ganda Madhichootti Tajaajilli baqaqsanii yaaluu kun namoota afuriif taasifamee jira.

09/06/2026
🌍Hordoffii fi Deeggarsa Aanaa Walaabuu Lixaatti Waajjirri Fayyaa Godina Boorana Bahaa Gaggeesse🧊Waxabajjii 2/2018:Nageel...
09/06/2026

🌍Hordoffii fi Deeggarsa Aanaa Walaabuu Lixaatti Waajjirri Fayyaa Godina Boorana Bahaa Gaggeesse
🧊Waxabajjii 2/2018:Nageellee Booranaa
✅Hojiin Hordoffii Deeggarsa Hojiilee ijoo Seektara Fayyaa Bara 2018 fi Harcaatii Raawwii hojii Haala Ittiin Cufuun dandahamurratti Marii fi Gammaggamni Waajjira Fayyaa Aanaa Walaabuu Lixaatti gaggeeffame
👥Hirmaattonni
✅Ekispartii Waajjira Fayyaa Godinaa
✅Hoggansaa fi Ekispartoota Waajjira Fayyaa Aanaa Walaabuu Lixaa
✅Daayrektaroota Buufata Fayyaa Lamaaniiti.
✍Hojiilee ijoo irratti Marii fi xiinxalli gaggeeffame
🌳Dhimma Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Qarshii harca'ee hafee deebisiisuu:Our Critical Agenda🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑
🌳TT Surgery backlog clearance
🌳Cervical CA Screening backlog
🌳How to improve delivery Performance
🌳TB Screening
🌳ODF and Beyond ODF
🌳Documentation and Report timeliness
🌳Community Engagement VHL Functionality
🌳Hordoffii fi Deeggarsa Buufata Fayyaa fi keellaa Fayyaa
🌳SBC
🌳Reform.
✳️Health sector Initiatives... ECD, Community Pharmacy CHP, etc
💦Gulantaa Standard Fooyya'iinsa dhaabbilee Fayyaa
🌍Kallattiiwwan Kaawaman
🧊Komandpost Sadarkaa Waajjira Fayyaa Aanaatti dhaabbate jira.
🪐Ramaddiin Ekispartii gaggeeffamee jira.
🪐Ekispartiin hunduu guyyaa boruu irraa Gara PHCu Ramadameetti akka.
🧊Hojiin TT surgery guyyaa boruu irraa akka jalqabu
🧊Adeemsi Waajjira Fayyaa Aanaa Aanaa Gabaasa Raawwii hojii jia 11 Bara 2018 akka qopheeffatuu fi gaafa guyyaa jimaata gamaaggama gaggeessuu
🧊Olmaan Raawwii hojii guyyaa guyyaan akka ilaalamu.
🧊Logistics Hojii ka naaf barbachisu hundi Avail tahe Gaafa guyyaa 03/10/2018 Akkaataa Ramaddiitiin namni akka hojitti galu.
Horaa Bulaa Deebanaa🙏🙏🙏

DHUKKUBA ISTIROOKII‎‎Dhukkubni kun yeroo hiddoonni dhiigaa sammuu keessaa miidhamuudhaan dhiigni sammuu keessatti  dhang...
09/06/2026

DHUKKUBA ISTIROOKII

‎Dhukkubni kun yeroo hiddoonni dhiigaa sammuu keessaa miidhamuudhaan dhiigni sammuu keessatti dhangala’u yookan qaqal’achuufi dhiphachuu hiddoota dhiigaa sammuutiin dhiigni salphaatti sammuu keessa socho’uu yommuu dadhabutti kan qunnamuudha.

Mallattoolee dhukkuba ISTIROOKII

‎👉Battaluma qaamni gara tokkoo laamsha'uu
‎👉Afaan gara tokkotti dabsuu
‎👉Dhukkubbii mataa hamaa
‎👉Dubbachuu dadhabuu
‎👉Ija gara tokkoo ykn lachuunuu arguu dadhabuu
‎👉Madaala qaamaa eeggachuu dadhabuu
‎👉Of wallaaluu

‎Sababoota dhukkuba kanaaf nama saaxilan

‎✍️Olka'iinsa Dhiibbaa dhiigaa
‎✍️Tamboo xuuxuu
‎✍️Alkoolii baay'inaan fayyadamuu
‎✍️Dhukkuba Sukkaaraa qabaachuu
‎✍️Furdina qaamaa garmalee
‎✍️Olka'iinsa Kollesteroolii
‎✍️Dhukkuba Onnee qabaachuu
‎✍️Maatii keessa dhukkubichi jiraachuu
‎✍️Umuriina >55 booda(Waggaa 55 booda kan baay'atu ta'ullee darbee darbee dhukkubni kun nama umuriin isaa 55 gadi ta'ellee hubuu danda’a.


‎Hubachiisa:-Mallattooleen kunniin Dhukkuba Istrookii kan agarsiisuu danda’an namni nagaa tokko battalumatti yoo mallattoo kana agarsiise qofa.


Fayyaan Faaya
Waajjira Fayyaa Godina Boorana Bahaa

Beeksisa Hojii!Dhaabbanni Humna Ibsaa Itoophiyaa Damee Nageellee Booranaa gitoota hojii banaa irratti ogeeyyii gahumsaa ...
08/06/2026

Beeksisa Hojii!
Dhaabbanni Humna Ibsaa Itoophiyaa Damee Nageellee Booranaa gitoota hojii banaa irratti ogeeyyii gahumsaa fi dandeettii barbaachisaa qaban qaxaruuf beeksisa hojii baaseera.

Namoonni ulaagaalee barbaachisoo guutan carraa hojii kana fayyadamuun yeroo murtaa'e keessatti akka galmaa'an dhaman.

07/06/2026
07/06/2026

Address

East Borena, Oromia
Negele

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Fayyaa Godina Boorana Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share