MNH Diagnostic Laboratory Center

MNH Diagnostic Laboratory Center Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from MNH Diagnostic Laboratory Center, Medical and health, Nekemte, Nekemt.

05/03/2026

MNH LABORATORY
📍:Nekemte ganda 07 fuldura
☎️:0936122222

27/02/2026

MNH LABORATORY
📍:Nekemte ganda 07 fuldura
☎️:0936122222

Vitamin D'n  goosota vitamin kessaa tokko tahee vitamin qaama keenyaaf baay’ee barbaachisaa ta’eedha.Inni irra caalaa ad...
14/02/2026

Vitamin D'n goosota vitamin kessaa tokko tahee vitamin qaama keenyaaf baay’ee barbaachisaa ta’eedha.
Inni irra caalaa aduu irraa argama.
Vitamin D’n qaama keenya keessatti:
Lafee jabeessa
Ilkaan jabeessa
Dandeettii ittisa dhibee (immunity) dabala
Dadhabbii hir’isa

Hanqinoota Vitaamiin D
-Dadhabbii (Fatigue)
-Dhukkubbii Lafee (Joint Pain)
-Rifeenssi haphaachu (Hair Loss)
-Jijjiirama Miiraa (Mood Changes)
-Lafeen haphachu (Bone Loss)
-Yeroo Yeroon dhukkubaan Qabamuu (Frequent Illness)

Marre tajajilaa kanaa argachu yoo barbadan MNH Laboratoriti goraa .
📍:NEKEMTE GANDA 07 FULDURA
☎️:0936122222

27/01/2026

📍:NEKEMTE INFRONT OF 07 KEBELE
☎️:0936122222
MNH LABORATORY

17/01/2026

MNH LABORATORY.
📍:Nekemte infront of 07 kebele
☎️:0936122222

06/01/2026

Bagaa ayanaa qilletin isin gahe
🌲
መልካም የገና በዓል 🎄🎄🎄

Wishing you all a joyful christmas filled with blessing and smiles❤️🌲

MNH LABORATORY

📍:Nekemte infront of 07 kebele
☎️:0936122222

02/01/2026

MNH LABORATORY
📍:INFRONT OF 07 KEBELE
☎️:0936122222

Oduu gammaachiisaa jiraatotta magaalaa Naqamtee Fi naannoo isheef MNH Laboratory Center qorannoo Vitamin B12 meeshaa amm...
25/12/2025

Oduu gammaachiisaa jiraatotta magaalaa Naqamtee Fi naannoo isheef MNH Laboratory Center qorannoo Vitamin B12 meeshaa ammayyaa fi ogeessota muuxannoo qabanin tajaajila kennu jalqaabu kenyaa yommuu isiin beeksisnu gammaachuu guddaani.

Akkaassumas Qoranno Vitamin D nuu biraa argaachu dandesuu

Tajaajila saffisaa fi qulqulluu tahef filannon kesssan MNH Laboratory Center haa tahu
📍magaala naqamte gandaa 07 fulduraa
☎️0936122222

MNH Laboratory Center Ayyanaa qille sababeffachudhan qorannowwan arman gadirratti hir'nsa gatii goneraa kotta itti fayya...
22/12/2025

MNH Laboratory Center
Ayyanaa qille sababeffachudhan qorannowwan arman gadirratti hir'nsa gatii goneraa kotta itti fayyadamaa
📍:ganda 07 fulduraa.
☎️ :0936122222

Electrolytes are essential minerals in your blood that help your body function properly. They regulate heart rhythm, mus...
11/12/2025

Electrolytes are essential minerals in your blood that help your body function properly. They regulate heart rhythm, muscle function, hydration, nerve signals, and maintain your body’s acid–base balance.
The most important electrolytes are:

~Sodium (Na⁺) – Controls body fluids and blood pressure
~Potassium (K⁺) – Controls heartbeats and muscle function
~Chloride (Cl⁻) – Balances body fluids
~Calcium (Ca²⁺) – Strengthens bones and helps muscles and nerves work
~Magnesium (Mg²⁺) – Supports muscles, nerve function, and energy

Electrolytes help your body with:
✔ Keeping the right amount of water (hydration)
✔ Making your muscles move properly
✔ Keeping your heart beating normally
✔ Supporting nerves to send signals
✔ Maintaining acid–base balance (pH)

You get clean and fast service from MNH Laboratory center.

📍:Nekemte infront of 07 kebele.
☎️:0936122222.

Qorannowwan chemistry arman gadii nu biratti argatu📍:Tessoon kenyaa magaala naqamtee gandaa 07 fulduuratti nuu argaattu ...
06/12/2025

Qorannowwan chemistry arman gadii nu biratti argatu

📍:Tessoon kenyaa magaala naqamtee gandaa 07 fulduuratti nuu argaattu .

☎️:odeeffaannoo dabalataaf 0936122222 nuuf bilbilaa

page https://www.facebook.com/MNHDiagnosticlaboratory
Tiktok page
tiktok.com/

coagulation test checks how well your blood clots. It is important to prevent:~Excessive bleeding ~Dangerous blood clots...
04/12/2025

coagulation test checks how well your blood clots. It is important to prevent:
~Excessive bleeding
~Dangerous blood clots

Main Purposes of coagulation test is:
√ Detect bleeding disorders (e.g., hemophilia)
√Monitor blood-thinning medicines (warfarin, heparin)
√Ensure safety before surgery
√Detect risk of dangerous clots (DVT, stroke, pulmonary embolism)

🧪 Common Tests:

✓PT
✓INR
✓APTT
✓D-Dimer

The coagulation test helps keep you safe from abnormal bleeding and harmful blood clots.

Qorannowwan kantaru dhiigaa (coagulation test)kunneen nuu biraatti argaachu dandeessu.

📍:Tessoon kenyaa magaala naqamtee gandaa 07 fulduuratti nuu argaattu .

☎️:odeeffaannoo dabalataaf 0936122222 nuuf bilbilaa
Telegram group
https://t.me/mnhdiagnostic
Tiktok page
tiktok.com/

Address

Nekemte
Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MNH Diagnostic Laboratory Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share