28/02/2026
✅"Sihirii fi Mallattoo Isaa – Waa'ee Falfalaa Maal Beekuu Qabna? Furmaatni Maal?"
" Mallattoo Falfalaa/Sihirii Gurguddoo 25 fi Furmaata Isaa Wajjiin!"
✔Rakkoon falfalaa maal irraa ka’a?
------
Namoonni hedduun mallattoolee dhukkuboota hafuuraa (falfalaa/sihirii) isaan irratti mul’atan dhukkuba qaama itti fakkaatee mana yaalaa garaagaraatti deddeebi’aa, maallaqa, yeroofi humnaan miidhaamaa jiru. Dhukkubichi garuu yeroo baay’ee sababaa afuuraa hamaa irraa kan maddu waan ta’eef, qorannaa fi ogummaa addaa barbaada.
Gama biraatiin, rakkoon sihirii hawaasa keenya keessatti sadarkaa yaaddessaa ta’een babal’ataa jira. Namoonni sihiriin wal miidhuu fi wal irratti gadoo bahachuuf karaan salphaan falfala akka ta'e hubachuun baldhinaan dhimma itti bahachaa jiraachuun ifa dha. Kanaaf hubannoo fi of-eeggannoo babal’isuun barbaachisaa waan ta’eef dhimma kanaaf xiyyeeffannaa kenninee hojjachaa jirra.
Qorannaan saayinsii ammayyaa hanga ammaatti dhukkuboota afuuraa irratti fala gahaa hin arganne. Haata’u malee, dhukkubichi sadarkaa hawaasummaa fi ummataa irratti miidhaa cimaa geessisaa jira. Ogeeyyiin qoricha aadaa fi abbootiin amantaa qaawwa rakkoo kanaa cufuu irratti hojjachuuf gahee olaanaa qabu.
✔Akkaataa itti beekamu fi mallattoowwan isaa
1. Eenyummaa ofii jibbuu. Ofitti amanamummaa dhabuu.
2. Yeroo Qur'aana dubbisan/namni biraa qara'u mataan iyyuu, mataan dhukkubuu, ijji gubachuu fi hamoommachuu.
3. Sammuun garmalee dhiphachuu, keessattuu ganama ganama cinqamuu.
4. Haati manaaf Abbaan manaa wal-jibbuu, sababuma salphaa uumanii wol loluu. Gaafa wal argan waliin ooduu, yeroo addaan bahan wal yaaduu.
5. Hirriba dhabuu, Guyyaa guyyaa hirribni itti baayyata dafee hirribni qabuu xiqoo rafanii hirribarraa abshadhuu.
6. Sa'aatii hedduu mana fincaanii keessa taa'uu fedhuu. Mana fincaanii eddoo waa itti yaadan gochuu
7. Namoota irraa kophaa bahuu fedhuu, nama irraa fagaachuu/baqachuu.
8. Walqunnamtii saalaa raawwachuu dandeettii dhabuu. Qalbiidhaan fedhaa qaamaan raawwachuu dadhabuu. Yeeroo dhaabbates dafee dhangala'uu.
9. Yoo guyyaa sadiif nagaa taate guyyaa itti aanutti dhukkubbiin itti dhagayamuu.
10. Maallaqa, mindaa, qabeenyi barakaa dhabuu. Hireen hidhamuu. Carraan cuccufamuu.
11. Namoota hubachuu dhabuu fi namni hundi waa'ee koo hamaa dubbachaa jira jedhanii yaaduu.
12. Waan tokko hojjachuu barbaadanii garuu raawwii irratti dadhaboo ta’uu/hojii ofii irratti dhibaayuu ykn taati'aayuu
13. Qaamni namaa ajajamuu diduu. Qaamni kee hiixxattu malee si goggoguu.
14. Xuriin laguu dubartootaa gar-malee itti bayyatuu ykn yeeroo dheeraaf dhiigni irraa yaa'uu.
15. Garaan erga taa'ee irraa bayuu(ulfi sabatuu dhabuu)
16. Ijji jeeqamuu. Ija duratti Wantoota balali'an ijaan arguu. Wantoota nama biratti hin mul’anne arguu.
17. Hantuuta, saree, adurree fi bofa abjuu keessatti arguu.
18. Sagalee shokokii/Xuxxuqaa nama biroo biratti hin dhagayamne dhagahuu. Sagaleen ergaa womaatuu hin dabarsine isinitti dhagayamuu. Fkf fiiquu, gurratti iyyuu.
19. Fedhii of ajjeessuu/of balleessuu qabaachuu. Sababuma xiqqoo fkf Yeroo hawwiin salphaan tokko galma gayuu dide of ajjeesuu akka furmaataatti yaaduu.
20. Dhukkubbiin kutaa qaamaa tokko qofa isinitti dhagayamuu. Woraansa ykn kulkulfannaa qaama irraa bakka tokko qofatti isin dhagayamuu.
21. Mataa Dhukkubbii. Usuu addaan hin cinne matatti isin ulfaachuufi bowwoo mataa, nyaara gubbatti isin ulfaatuu.
22. Torban guutuu oduu gammachiisaa dhagahuu dhabuu. Yeeroo hunda waan nama naasisaa malee gammachuun namarraa fuudhamuu
23. Nama du'e, fira du'ee(akaakayyuu faa) ture irra deddeebi'anii arguufi naannawa maqaabiraatti of arguu.
24. Halkan bakka raftetti iyyuu. Abjuu burjaajjii, ciccitaafi jibbisiisoo arguu, waan halkan abjuun argan ganama yaadachuu dadhabuu.
25. Foliin fincaanii namtti dhufuu. Naannawa fincaan hin jirrettis foolii fincaan fincaan jedhu arguu.
"Namoota mallattoolee kanaan rakkachaa jirtan, yaalii sirrii fi yeroo gabaabaa keessatti si fayyisu argachuuf Wiirtuu keenya banaa dha. Sihiriin kufaatii miti. Furmaatni ni jira. Ogeessa sirrii bira dhaqii Yaalami!"
🔮 Mallattoo Falfalaa Yoo Ofirratti Argitan Tarkaanfii Fudhachuu Qabdan!
Mallattoo...
1–3 yoo argitan Ibaadaa fi kadhaa Rabbiitiin ofirraa qoladhaa!
Mallattoo...
4–6 ofirratti yoo argitan Ogeessa qoricha aadaa dubbisuun qorannaa fi yaala barbaachisu gaafadhaa!
Mallattoo..
7 fi sanaa Oliif Wiirtuu keenya dhufuun hatantamaan yaalamuu qabdu!
✔ Wiirtuu Qoricha Aadaa Kuush maal siif godha?
📌 **Wiirtuu Qoricha Aadaa Kuush** Akkaataa amalaa fi gosa dhibee kanaa irratti hundaa'uun, yaala sirrii fi bu’a qabeessa fedha Rabbiitiin siif kenna.
📞 Bilbila: +251 928 795 750 | +251 909 316 243
📍 **Shashamannee - "30" naannoo** | **Adaamaa - Naannoo 105**
📲 Telegram: https://t.me/kush_herbal
📘 Facebook: https://www.facebook.com/seyfulhikma
---
"Share godhaa, hiriyoota keessaniif qoodaa. Sababa Kanaan Nama tokkoof Furmaata ta'uu dandeessu!"
✔Wonti akka kanaa akka isin hin mudanneef dursitanii ittisuuf:
➯Ibaadaadhaan Rabbitti dhihaachuu
➯Yeroo hunda Qur'aana qara'uu.
➯Salaata jama'aan salaatuu
➯ Ayyaatul Kursiyyii irra deddeebiin qara'uu
➯ Yeeroo hunda akka nama salaatuuf qophaa'uutti wuduu'a godhataa manaa bahuudha.
➯ Mana keessanitti salaata sunnaa salaatuu baayyisuu
➯ Qur'aan, keessumattuu suuratul baqraa mana keessanitti qara'uu ykn sagaleen banachuu.
Ergaa kana ummata biraan ga'aa
"Share godhaa, hiriyoota keessaniif qoodaa. Sababa Kanaan Nama tokkoof Furmaata ta'uu dandeessu!"