Jawwee Teams

Jawwee Teams www.selfhealbydesign.com barbara-oneill.mykajabi.com

10/10/2023

Masha Allah! akka biyyatti qabxii olaanaa👌

Barattuun Hanaan Najii Ahimad magaalaa Finfinnee mana barumsaa Kiruuz irraa damee Saayinsii Uumamaan qabxii 649 galmeessuun akka biyyaatti qabxii olaanaa bara kanaa galmeessite.

Barattuu Hanaan barattuu cimtuu fi namuusa gaarii qabdu ta’uu daayrektarri mana barumsichaa Obbo Jamaal Idiriis FBCf himaniiru.

Baga gammadde!.

Address

Adama
Shewa

Telephone

+251904551417

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jawwee Teams posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jawwee Teams:

Share