Waktola J.Taresa

Waktola J.Taresa Public figure

AI wajjiin bashannanaa!
24/10/2025

AI wajjiin bashannanaa!

Turtii guyyoota muraasaaf  -tti dabarsine hedduu namatti tola!β€πŸ–€πŸ€
10/10/2025

Turtii guyyoota muraasaaf -tti dabarsine hedduu namatti tola!β€πŸ–€πŸ€

Cophxoo*********Cophxoon dhukkuba walqunnamtii saalaatiin daddarbuu fi baakteeriyaa " nisseria gonorrhoea " jedhamuun na...
09/10/2025

Cophxoo
*********
Cophxoon dhukkuba walqunnamtii saalaatiin daddarbuu fi baakteeriyaa " nisseria gonorrhoea " jedhamuun namatti dhufuudha.

Cophxoon qaama saalaa qofa odoon taanee aafaanii fi ijaas ni miidha.

Dhukkubni kun karaa walqunnamtii saalaatiin daddabra. Kana malees haadharra gara daa'imaa yeroo dahumsaa ni dabra. Namni kana dura dhukkuba kanaan qabamee wal'aanamee irraa fayyees yoo nama dhukkubicha qabuu wajjin walqunnamtii saalaa deebi'ee ni qabama.

Mallattooleen isaa maal fa'a?
---
Dhiirti baayyeen dhukkuba kana qaban mallattoo hin agarsiisan.
Yoo kan agarsiisu ta'e Mallattoolee asiin gadii arguun ni danda'ama.
β€’ Fincaan gubuu
β€’ Dhangala'aan adiin / keelloon/ magariisni qaama saalaa irraa yaa'uu
β€’ Cidhaan dhukkubuu

Dubartoonni baayyeen mallattoo hin agarsiisan. Inumaa yoo agarsiisan illee Mallattoolee sasalphoo agarsiisu.
Mallattoolee dubartoonni agarsiisuu malan
1. Fincaan gubuu
2. Dhangala'aan adiin / keelloon/ magariisni qaama saalaa irraa yaa'uu ykn dhangala'aan hanga duraaniitii ol baayyatee yaa'uu
3. Marsaan laguu odoon gahin dhiiguu fi kkf fa'a agarsiisan
Yaala
---
Cophxoon akka ogeessi fayyaa ajajetti qoricha fudhatanii yaalamnaan dhibee fayyudha. Namni dhibee kanaan qabame hanga qoricha fixatutti fi Mallattooleen guutumatti isa dhiiftu haadha/abbaa manaa kan qabu yoo ta'e walqunnamtii saalaa irraa fagaachuu qaba. Kana malees nama walqunnamtii saalaa wajjin godhu sanaas fidee ilaalchisee yaalchisuu qaba.

Xumura irrarti wal'aansa isaa ilalaa fayyadamaa.

Miudhan.
dhukkubni cophxoo miidhaa hedduu dhaqabsiisa. masheenummaa/ ilmoo dhabuu dhiiraa fi
dhalalleef sababa guddaadha. Akkasumas dadhabbii wal qunnamtii saalaatiifis sababa guddaadha. dhukkuba kaleetifis dhiibbaa heddu qaba. mee sababoota isa nutti argamsiisu haga tokko ilaalla- 1, yeroo oowwaa bakka qulqullina hin qabnetti fincaahuu, 2, jaarsa fi jaartin fedhii waliif guutuu dadhabuun bishaan ciccitee karatti hafuu 3, yeroo jaartin laguu qabdu walqunnamtii saalaa wajjiin raawwatuu, 4, dhagaa, lafee fi waraqaa fuutetuma ustee fincaanin qoorfatuu fi kkf koottaa dawaan keenya gargaarsa rabbiitin miidhaa takka malee dhibdee hundaaf furmaata qaba .

Wal'aansa Isaa salphaadha qorichoota kanneen tartiiban fayyadami.
1, Qacuu gm 25 daakkamaa isaa damma kg 1tti makuun galagala ganama nyaata booda mankaa tokko fudhachuu.
Hidda dhummugaa xiqqeeysitee danfisuun siinii /birciqoo shaaii takka ganam sadii dhuguu.
3) Andoodee hinda isii tokko tumtee bishaan burcuqqoo tokko wajji dhuguudha.Aannan irratti qopheeyfachuun.
4,) obbokoroo hinda isaa tumuudhan dammaan nyaachuu.
Dabalataan magaalaa Adaamaa koottaa wal'aansa bareedaa argadhaa !

17/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kadir Abdo Seido, Zaki Muzaki, Mascud Cali Xarir, Saamiyaa Mahamed Ziyad, Felme K Γƒliyi, Sadya Sadi, Lakii Hin Fadhu, Wewwee Mucaa Arsii, Ganii Danansoo Umee

02/04/2024

"Barattoota Kutaa 9-12 barataniif kitaaboota akka Extreme Reference Guide fakkaatan barreeysaa jirra. Namni golga/cover kitaaboota kanaa tolaan nuuf hojjachuu fedhu na qunnamaa",Dr. Ija Banaa faatu jedhe. Share waliif godha.

02/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Biyaafan Zawuduu, Bareentoo Oromoo, Jemil Hawwitu, Misra Taa Nasrediin, Feyzal Mahammad, Mosisaa Mahammadin, አα‰₯α‹΅αˆαˆ°αˆ˜α‹΅ αŒ€αˆ›αˆ አα‰₯α‹°αˆ‹, Ibsaa Usmaail, Mahammad Abduraman Oromiya, Hamza Mohamed, Abdi Hamid, Obse Majid Obse Majid, Rayyana Raya, Kottuu Dafii, Bashir Mohamed

Address

Tulu Dimtu
HILTONGARDENINWHICHGALEYTI

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waktola J.Taresa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waktola J.Taresa:

Share