Oromo Dawah

Directions

Oromo Dawah Gorsa Amantii Muslimaa irratti xiyyeeffata.

09/05/2026

Sheeka Ajaa'ibaati. Dhugaa.

08/28/2026

Bakka waan gaarii irraa barattu ooli.

08/26/2026

Baruma kanarraa fayyadamaa.

02/20/2024

Nama tokkoon yoo wolii galuun si dhibe, itti dhiis hedduu amansiisuf hin yaalin. Namni akkasii sun ufiinuu walii hin galu.

02/10/2024

Namni hujii waan dalagu dhabe, xaafii gadi naqee lafaa guura jedhu. Ummanni social media kunis yeroo hunda dhimumma nama dhuufaa haasawuu jaalatu. Haga yeroo waan dhimma dhuunfaa irratti guban maa kitaaba wahii dubbisanii sammuu cufamte banuuf hin yaalle.?🤣🤣🤣

02/21/2023

Nama wal barteen hunda hiriyyaa jettee iccitii kee hunda itti hin himin. Haala jireenya keetii itti hin odeessin. Gaafa wal dhabbiin isin jiddutti argamte, waan ati itti himte san ulee godhatee ittiin si garafa!

11/13/2022

Kabajamtoota jiraattota magaalaa Facebook, Page kiyya kana like naaf tuqaa. Galatoomaa. ❤️❤️

Address

South Edmonton Common, AB

Opening Hours

Monday 10am - 3pm
Tuesday 10am - 3pm
Friday 9am - 12pm
Saturday 12pm - 9pm
Sunday 9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Dawah posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share