Firomsa Abdulaziz

Firomsa Abdulaziz " RABBANA ATINA FID-DUNYA HASANATAON WA FIL AKHIRATI HASANATAON WA QENA AZABUN-NAR "

22/05/2026

Nuti Duraanis waanca hin nyaatu janne malee hin kaasu hin janne๐Ÿ™„hay

This game what crazy ๐Ÿคช ๐Ÿคช game
29/04/2026

This game what crazy ๐Ÿคช ๐Ÿคช game

Leaked images from the upcoming Arsenal vs Atletico Madrid matchโ€ฆ
17/04/2026

Leaked images from the upcoming Arsenal vs Atletico Madrid matchโ€ฆ

GLORY GLORY MANCHESTER CITY๐Ÿ’ช๐Ÿ’™
22/03/2026

GLORY GLORY MANCHESTER CITY๐Ÿ’ช๐Ÿ’™

 #๐Ÿšจ ๐Ž๐…๐…๐ˆ๐‚๐ˆ๐€๐‹: Barcelona are the Spanish Super Cup ๐‚๐‡๐€๐Œ๐๐ˆ๐Ž๐๐’ after beating haraaaam๐Ÿซต๐Ÿซต๐Ÿ˜‚ Madrid! ๐Ÿ’™โค๏ธ๐Ÿ†
11/01/2026

#๐Ÿšจ ๐Ž๐…๐…๐ˆ๐‚๐ˆ๐€๐‹: Barcelona are the Spanish Super Cup ๐‚๐‡๐€๐Œ๐๐ˆ๐Ž๐๐’ after beating haraaaam๐Ÿซต๐Ÿซต๐Ÿ˜‚ Madrid! ๐Ÿ’™โค๏ธ๐Ÿ†

A huge result for Sunderland as they hold Man City to a goalless draw in their 2026 Premier League opener ๐Ÿคโค๏ธ๐Ÿฉตsh*t
01/01/2026

A huge result for Sunderland as they hold Man City to a goalless draw in their 2026 Premier League opener ๐Ÿคโค๏ธ๐Ÿฉตsh*t

Qorannoowwan haaraa godhamaa jiran akka akka mul'isanitti jimaan faayidaa fayyaa armaan gadii kana qabaachuu mirkaneessa...
08/11/2025

Qorannoowwan haaraa godhamaa jiran akka akka mul'isanitti jimaan faayidaa fayyaa armaan gadii kana qabaachuu mirkaneessa.
1. Ulfaatina irrisuuf.
2. Fayyummaafii jabina maashaalee eeguf.
3. Dhibee sukkaraa ittisuufisif gahee akka qabu mirkanaayee jira.
4. Xiyyeeffannaa dabaluuf.

Garuu yoo baay'isan rakkoowwan fayyaa wal xaxaafis nama saaxiluu danda'a.

Walumaagalatti jimaan tarree qorichoota sammuu namaa hadoochan kanneen akka alkooliifii hashiishaa faa wajjiin odoo hin taane wantoota sammuu namaa si'eessan kanneen akka bunaa faa waliin ramadama.
Ulfaadhaa! Fayyaa dahaa!

ยฉ๏ธ

29/10/2025

๐Ÿšจ ๐—•๐—ฅ๐—˜๐—”๐—ž๐—œ๐—ก๐—š!!!!!

All humans were born Manchester city fans, but after taking drugs, alcohol and w**d, others started supporting Arsenal, Liverpool and Man united . Those who added witchcraft and sorcery started supporting Chelsea ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Happy wedding nuradin vs inabee Nabi Muhaammad ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… akkana jedhan: โ€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammac...
28/07/2024

Happy wedding nuradin vs inabee
Nabi Muhaammad ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… akkana jedhan: โ€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hundarra gaariin haadha manaa qajeeltuu dha.โ€ [Sahiih Muslim]

Nabi Muhammad ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… akkana jedhan: โ€œQaamolee gammachuu keessaa tokko haadha manaa qajeeltuu dha, yeroo ishee argitu gammachuun sitti dhagaโ€™ama, yeroo fagaattu immoo ofii ishee fi qabeenya kee ilaalchisee ishee amanachuu akka dandeessu sitti dhagaโ€™ama.โ€ [Sunaan An Nasaayii].

Rabbiin haadha warraa qajeelaa nuuf haa qananiisu. Ameen!

Nabi Muhaammad ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… akkana jedhan: โ€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hu...
08/07/2024

Nabi Muhaammad ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… akkana jedhan: โ€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hundarra gaariin haadha manaa qajeeltuu dha.โ€ [Sahiih Muslim]

Nabi Muhammad ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… akkana jedhan: โ€œQaamolee gammachuu keessaa tokko haadha manaa qajeeltuu dha, yeroo ishee argitu gammachuun sitti dhagaโ€™ama, yeroo fagaattu immoo ofii ishee fi qabeenya kee ilaalchisee ishee amanachuu akka dandeessu sitti dhagaโ€™ama.โ€ [Sunaan An Nasaayii].

Rabbiin haadha warraa qajeelaa nuuf haa qananiisu. Ameen!

Congratulations ๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐Ÿ’‘2 tahaa cissa 3๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฆtahaa ka'aa ๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’‘mabruk mabruk yaa aderaa kiyyaa ๐Ÿ’๐Ÿ–ค๐Ÿ˜˜

Address

Adama
932883

Telephone

+251929383300

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firomsa Abdulaziz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Firomsa Abdulaziz:

Share