Biftu Education

Directions Website Contact the business

Biftu Education Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biftu Education, Health & Wellness Website, Finfinnee, Addis Ababa.
(1)

🌿 BIFTU EDUCATION 🌿
Beekumsa Qoricha Aadaa, Fayyaa Uumamaa fi Jireenya Fayya-qabeessa irratti odeeffannoo barsiisaa qooduuf kan hundaa'e.
πŸƒ Beekumsa biqiltuu fi qabeenya uumamaa
πŸ“š Barnoota fayyaa fi jireenya gaarii
🌱🌿
Qoricha Aadaa

06/10/2026
dhukkuba buroo/ kintaarot namni isa qabu akkam taha? Aara giddisuu humni qaamaa dhukkubuu, laphee jalaan oo'uu, sagaraan...
05/10/2026

dhukkuba buroo/ kintaarot namni isa qabu akkam taha? Aara giddisuu humni qaamaa dhukkubuu, laphee jalaan oo'uu, sagaraan itti goggoguu, dhukkubbii mataa, sagaraan dhiiga makatuu. iita taa'arratti arguu, wal qunnamtii saalaa dadhabuu fi kkf. wal'aansi isaa bifa salphaa taheen argameet jira. baqaqsanii yaalun dhiibbaa waan qabuuf akkasumas qoricha nama gubuunis baasun dhiibbaa waan qabuuf qorannoo yeroo dheertuu booda qoricha bifa kiniinin qopheeysineet jirra. qoricha kun kintaarot garaa keeysatti argamtu waan ajjeesuf kintaarot baatee mul'attuuf- Nooshadir , sibrii, zeeyta murrii kallii walitti Naquudhan guyyatti yeroo sadii bakketti dibuudhan yeroo mana fincaanii deemte hunda saamunaan bakkee qulqulleeyfachuudha.Hubachiisa qorichi kun dawaa jajjabaa miidhaa tokko hin fidnerraa kan walitti qabamee bifa kanaan hojjatameedha.

Biftu Education Sher godhaa πŸ‘ˆ Namoota mara dhaqabsiisaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://whatsapp.com/channel/0029VbA9JDxDTkKAyRREel2f

🌿   UUMAMAA FAAYIDAA   QABDU β€” GAANTIRAA 🌿➜🌿Gaantiraan (Gantira) biqiltuu uumamaa keessaa tokko yoo taatu, qoricha aadaa...
05/10/2026

🌿 UUMAMAA FAAYIDAA QABDU β€” GAANTIRAA 🌿
➜🌿Gaantiraan (Gantira) biqiltuu uumamaa keessaa tokko yoo taatu, qoricha aadaa keessatti fayyaa waliigalaa deeggaruuf itti fayyadamaa turan keessaa tokko dha.

➜Gabaabsinee faayidaa isii waliin haa ilaallu
.

πŸ‘‰Ijoollee ofjalaa fincaantu
πŸ‘‰Bullaaiinsa nyaataa deeggara
πŸ‘‰Dhukkuba garaa kaasaa
πŸ‘‰Dhukkuba kalee
πŸ‘‰Dhukkuba ujummoo fincaanii
πŸ‘‰Ujumaa fincaanii ni qulqulleessa
πŸ‘‰Dhukkuba infekshinii
πŸ‘‰Infeekshinii qaama saalaa
πŸ‘‰Rifeensa bareedaa akka qabaannu nu gargaara
πŸ‘‰Bareedduumina gogaa keenyaan dabalaa
πŸ‘‰Gogaa keenya qulqulleessa
πŸ‘‰Dhukkuba lafee
πŸ‘‰Rifeensa lallaafaa akka qabaannuuf nu gargaara
πŸ‘‰Dhukkuba fangasii
πŸ‘‰Dhukkuba baariillee
πŸ‘‰Baakteeriyaa garaachaa
πŸ‘‰Dhukkuba ujumuu dhiigaa

🌿Gaantiraan kana malees faayidaa hedduu qaama namaatiif qaba.

⚠️ HUBACHIISA: Faayidaawwn gaantiraa dhukkuba cimaa kamiyyuu β€œni fayyisa”jechumitti . qoricha ogeessaa bakka buusuuf hin fayyadamin.

🀰 Dubartoonni ulfaa fi harma hoosisan, akkasumas namoonni qorichoota yeroo dheeraa fudhatan ykn dhukkuba addaa qaban, biqiltuu kana fayyadamuu dura ogeessa fayyaa mariisisuu qabu..

πŸ“Œ Akkaataa itti fayyadama Gaantiraa β€” PART 2 itti fufa.....

πŸ’¬ Gaantiraa isin duraan itti fayyadamtanii beektuu? Muuxannoo keessan comment jalatti nuuf qoodaa.

πŸ’¬ Yaada ykn muuxannoo keessan yoo qabaattan, comment jalatti nuuf barreessaa.
πŸ“² Odeeffannoo dabalataaf Lakkoofsa ....WhatsApp: 0956467379
🌿 MANA QORICHA AADAA OBSINAAN

05/10/2026

Namoonni dhukkubni garaachi keeysan nyaata hin daakne , Shunkurtii +Loomii siiniitti cuunfitee dhugda.
Fayyaan faaya.

Hordoftoota keenya kabajamoo!Biqiltuu suuraa irratti agartan kana naannawa keeysan jiraa?Maqaan isaa maal jedhama?Mee ya...
05/10/2026

Hordoftoota keenya kabajamoo!

Biqiltuu suuraa irratti agartan kana naannawa keeysan jiraa?
Maqaan isaa maal jedhama?
Mee yada keeysan ComanteπŸ’¬Naaf kaayaaπŸ‘ˆ

Yoo maxxansi keenya isinitti tole! Biftu Education Follow,Sher gochuun waahillan keeysan biraan gayaa!

Suuraanuu barnoota qaba!Meeqa keessantu biqiltuu kana beeka?Naannoo keessanitti maal jedhamti? Naaf barreessaa Biqiltuun...
05/10/2026

Suuraanuu barnoota qaba!
Meeqa keessantu biqiltuu kana beeka?
Naannoo keessanitti maal jedhamti?
Naaf barreessaa
Biqiltuun Kun dhukkuboota akkaan yaaddoo addunyaa tahee jiru kan akka dhibee tiruu, kalee infeekshinaafi xaxarii akkasumas dhibee garaachaafi marimaanii waldhaanuun beekkama,
Akkaataa fayyadamaa isaa hordofuuf Liinkii gadii kamaan Join godhaa dubbisaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/BiftuEducation1
Biftu Education follow godhuu hin dagatinaa
Biftu Education
godhaa walbiraan gayaa

Jiruun jireenya;;Wal-hubannaa,waliin jireenya,waliif hubachuu fi wal-gorfachuu feesisa.Yaa nama fayyaan qaamaa fi qalbii...
03/10/2026

Jiruun jireenya;;
Wal-hubannaa,waliin jireenya,waliif hubachuu fi wal-gorfachuu feesisa.
Yaa nama fayyaan qaamaa fi qalbiitiis sirakkifte! Rabbiin fayyaa lachuutiin sihaa gammachiisu.πŸ‘ˆβœ…οΈ
🟒🟒🟒🟒🟒🟒⚫️⚫️⚫️⚫️🟀🟀🟀🟀🟀🟀🟀πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡Ή
Fayyaan faaya.πŸ‘ˆβœ…οΈ

Dhiheenya kana addaan bannee jirra amna walitti deebinee jirra.
Ammoo Accunte Peejii keenyaa kuni adaba jala jira.
Sher gochuu fi Like ComanteπŸ’¬ gochuun nabira dhaabbadhaa akka hamileedhaan isiniif itti fufnu!πŸ‘ˆβœ…οΈβœοΈβœοΈβœοΈπŸ™πŸ™πŸ™πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“πŸ“

Biftu Education Follow, Sher,Like godhaa!
Biftu Education Join godhaa!



🌿🌱 TALBAAN / QONXAR β€” QORICHA AADAA 🌱🌿Garaa kaasaa, dhukkubbii garaa, rakkoolee mar'imaanii fi sirna bullaa'insa nyaataa...
03/10/2026

🌿🌱 TALBAAN / QONXAR β€” QORICHA AADAA 🌱🌿

Garaa kaasaa, dhukkubbii garaa, rakkoolee mar'imaanii fi sirna bullaa'insa nyaataa irratti Talbaan/Qonxar faayidaa qaba jedhamee qoricha aadaa keessatti ni eerama. 🌿

πŸ’š Akkaataa itti fayyadamaa isaa beekuu barbaadduu?

πŸ“– Ammuma seenaa kana dubbisaa! Akkaataa itti fayyadamaa fi odeeffannoo dabalataa argachuuf gara Chaanalii keenyaatti seenaa.

πŸ“² Telegram Channel
πŸ‘‰ https://t.me/BiftuEducation1

🟒 WhatsApp Channel
πŸ‘‰ https://whatsapp.com/channel/0029VbA9JDxDTkKAyRREel2f

πŸ’¬ Gaaffii qabduu? Yaada keessan nuuf barreessaa; gaaffilee keessan deebisuuf ni yaalla.

πŸ”” Chaanalii keenya Join godhaa, odeeffannoo dabalataa hin dhabinaa!

🌿 Biftu Education
Biftu Education
β€” Beekumsa Qoricha Aadaa Afaan Oromootiin.

⚠️ Hubachiisa: Faayidaan biqiltuu kanaa saayinsiin mirkaneeffatuyf Ogeeysa fayyaa mariisisaa!

03/10/2026

Warroonni Rifeensi kee sirraa cicvitu caqasii sher godhii, Itti fayyadami

🌿 QORICHA AADAA KINTAAROTII (HEMORRHOIDS / PILES) 🌿🌿 Kintaarotiin maal akka ta'e ni beektuu?Kintaarotiin rakkoo fayyaa n...
03/10/2026

🌿 QORICHA AADAA KINTAAROTII (HEMORRHOIDS / PILES) 🌿

🌿 Kintaarotiin maal akka ta'e ni beektuu?

Kintaarotiin rakkoo fayyaa namoota hedduu mudatu yoo ta'u, namoonni tokko tokko yaalii aadaa adda addaa itti fayyadamu.

βœ… Muuxannoo namootaa irraa

Yeroo darbe qoricha aadaa kintaarotii irratti maxxansinee turre. Namoonni 100 ol ta'an baala qorichaa kana fayyadamuu isaanii fi kintaarotiin alatti isaanitti mul'atu hir'achuu ykn baduu isaa nuuf himaniiru. 🌿

πŸ‘‰ Muuxannoon kun odeeffannoo namoonni nuuf qoodan irratti kan hundaa'e dha. Bu'aan isaa nama hunda irratti wal fakkaata jechuun hin danda'amu; qorichi kun kintaarotii ni fayyisa jedhamee mirkanaa'es hin jiru.

🌿 Odeeffannoo dabalataa barbaadduu?

Kintaarotii ilaalchisee yaada, muuxannoo fi gaaffii qabdan nuuf qoodaa. Mariin keenya beekumsa waliif qooduu fi odeeffannoo fayyaa sirrii argachuuf nu gargaara.

πŸ“² Odeeffannoo dabalataaf: WhatsApp 0956467379

🌿 Biftu Education 🌿
Fayyaan Faaya!

❀️ Barreeffamni kun yoo isin fayyade:

πŸ‘‰ Follow godhaa.
πŸ‘‰ Share godhaa, namoota biroofis qoodaa.
πŸ‘‰ Like godhuun deeggarsa keessan agarsiisaa.

πŸ’¬ Gaaffii keenya: Kintaarotii irratti muuxannoo ykn gaaffii qabduu? Maaloo yaada keessan Comment jalatti nuuf barreessaa. πŸ‘‡πŸŒΏ

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biftu Education posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Biftu Education:

Shortcuts

Share