Sanyii Kuush

Sanyii Kuush Oromo💟
Oromiya ❤
Kuush❤
Africa❤ like,share this page to start give valuable form

Osoo Jawaar hin dhalanne ta'e yoona👇- H/Mariam Desalegn - xeqilaay minsteerii Ithiophiya- Abbaa Duulaa - Hogganaa Mallas...
01/02/2026

Osoo Jawaar hin dhalanne ta'e yoona👇

- H/Mariam Desalegn - xeqilaay minsteerii Ithiophiya
- Abbaa Duulaa - Hogganaa Mallas Zenawii academy
- Abiy Ahimed - Hoogganaa OBN
- Adaanech Habeebe - Mana galmee
- Shimallis Abdiisaa - Activistii Oromoo
- Taayyee - Qabsa'aa Oromoo qaallittii jiru
- Taakkelee Uumaa - Neggaadee / Dallaalaa
- Addisuu Aregga - Bulchaa Ganda wayii
- Hailu Addunyaa - Barsiisaa Highschool
- Awwaluu Abdii - Qotee bulaa adda duree
- Feyisa Lelisa - Atileetii soorama bahee mana faarsoo ooluu

Jawar Mohammed baga Sabaa kanaf dhalatee, dhalaachun kee saalphina meeqa nu oolche !

Address

Firaankoo
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sanyii Kuush posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share