Firomsa Bekele Γ΅Ε™Γ΅

Firomsa Bekele Γ΅Ε™Γ΅ πšŒπšŠπš•πš•πš’πšœπšžπšžπš— πš”πšŠπšŠπš’πš’πš˜πš˜πšπš’

Qalbiin waan barbaaddu hin argatiin yeroo hunda imaltudha.
02/11/2023

Qalbiin waan barbaaddu hin argatiin yeroo hunda imaltudha.

08/02/2023

Raajiidha,of ta’uuf wal ta’uun keenyaa akkattii nama maraachaa edaa?
*kan Oromummaa jibbuu
*kan Afaan Oromoo jibbuu
*kan wal qixxummaa Jibbuu
*Kan Irreechaa jibbuu
*Kan seenaa hatu
*Kan dabtara baatu
Maal nu galchee haa maraatu !

Address

Ambo
AMBO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firomsa Bekele Γ΅Ε™Γ΅ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Firomsa Bekele Γ΅Ε™Γ΅:

Share