27/05/2026
Eid Mubarak! | Baga Ayyaana Iid Al-Adhaa Isiniin Ga’e! 🤲Dhukkubbii dugdaa, mudhii, fi buusawwanii malee ayyaana keessan gammachuun dabarsaa. Kilinika Addaa Fiiziyooteraappii Ameen tajaajila ammayyaa fi dandeettii dhaan guutame isiniif kenna.
- Dhukkubbii narvii, lafee fi maashee,
- Wal'aansa erga dhibeen stroke umaamee bodaa (paralysis).
- Madaqsuu lafee fi buusawwan miidhamanif.
Har'uma nu dubbisaa!
📍 Bishoftuu, Fuldura Hoteela Piraamidii
📞 0947270000 | 0960997575
Ameen: Fayyaa keessaniif wabii dursa!