Birkiisha sani

Birkiisha sani Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Birkiisha sani, Medical and health, Addis Ababa to Harer, Dire Dawa.

28/03/2026

With Ilma Abba Fakatu – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

28/03/2026

I'm on the weekly engagement list for Ilma Abba Fakatu.

20/03/2026

With Anas Abdela – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

20/03/2026

I accepted 1 fan badge from Anas Abdela.

15/10/2025

Salaata Sitti
Haa Urgeessu🤲
🌹🌹🌹
Aamiin 🙏

28/09/2025

Balaa Tasaa Jalaa
Nagaya Si Haa Baasu

28/09/2025

Osoo carraa Itoophiyaa Keessaa Magaalaa tokko deemanii Daawwachuu siif kennamee Eessa deemte dawwatta?
🚗🚝⛲🎇

08/05/2024



FAAYDAA SHUNBURAA 1.Dhukkubbii mataaf. 2. Jijiiraamu sagaleetiif,3. Dhukkuubbii laagaaf.4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu ...
08/05/2024

FAAYDAA SHUNBURAA
1.Dhukkubbii mataaf.
2. Jijiiraamu sagaleetiif,
3. Dhukkuubbii laagaaf.
4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu qamatiif.)
5. Daballii sparm (rakkiina walqwalqunnaamtii saala damma waliin makaa nyaadha )
6. Raammo garachatiif.
7. Dhukkuubbii lappee irriisuf.
8. Dhukkuubbii dugdaaf, kessaattu warreen lapii toppi fayyadamaaniif.
9. Dhibee sonbaatiif.
10. Cirraacha kalee basuuf, kessaattu gurrattiin isii yoo dammaan makaani nyataan.
11. Dhìibbaa dhiigaatiif.
12. Gogaa kenyaaf.
13. Ciixxoo (Hoqsiisu qaama) irrisuuf..
14. Fayyaa rifeensaaf.
15. Dhibee ilkaaniif.
16.dhiiguu irgoo keenyaatiif.
17. Fayyaa onneef.
18. Fayyaa sammuu keenyaatiif.

08/05/2024

Address

Addis Ababa To Harer
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Birkiisha sani posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share