10/05/2026
Abbaan fedhe waan fedhe haa xibaaruu malee, hoggantoonni kun hojii waggoottan 50 dabaraniif Harargee keessaatti hojatamee hinbeeyne,roga hundaan tan lakkoofne hinfinne hedduu dalaganii jiru barroottan dabaran muurasa keessatti!!!
Isaan hogantoota Jijiiramaatti, galatoomaa, jabaadhaa iti fufaa, wadafit jennaan boo nuti!!!
Kun fakkeenya hojiilee badhaadhinaa keessaa, kan laalan mul'atu, kan yoo feetees dhuftee mirkaneefachuu dandeessuu dha!!!
Magaalaa Harar, Mayaa fi Baabile qofa yoo dawwatte siif gala aderoo ,durii miti amma!!!
Filannoon keenya Badhaadhina!!!