Salah Ahmad

Salah Ahmad Sallu Ala Nabii

I'm on the weekly engagement list for Usmaail Abraahim.
26/03/2026

I'm on the weekly engagement list for Usmaail Abraahim.

Faayidaa Hulbataa/shiqoot/Sunqoo (Habish) ▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼☞ Gogiinsa garaa ittisuuf☞Finniisoota gara garaa muraasa ...
24/02/2026

Faayidaa Hulbataa/shiqoot/Sunqoo (Habish)
▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼

☞ Gogiinsa garaa ittisuuf

☞Finniisoota gara garaa muraasa nurraa qolata.

☞ Bokokuu garaachaa ka'umsa goginsaan wal qabatuuf nigargaara.

☞ Akkaataa laguu ni sirreessa.

☞ Faayya rifeensa keenyaatiif.

☞Ka'umsa dhibee kintaarootiif qolachuuf.

☞Qufaa gogaa(dry syrup) darbe darbee umamu ni ittisa

☞Madaalee gara garaa qoorsuuf.

☞Dhibee foroforiif fi wantoota hooqsisan.

☞ Dhibee mar'imaanii kan keessa daddeemsisu.

☞ Gogu laagaa ni ittisa.
Faaya fuulaatiif.

☞ Si'eessituu qaamaati.

☞Qulqulleessituu dhiigaati.

☞Soorata dabalataa ta'ee ni fayyada.

☞Namoota qaamni isaani akka dabaluu barbaaduuf nigargaara.

☞Irrina dhiiga ittisa.

☞ Dhibee sukkaaraa qolachuuf.

22/02/2026

Sababni weerara dhibee Jinkaatti mudatee beekkamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.*****************************************...
14/11/2025

Sababni weerara dhibee Jinkaatti mudatee beekkamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
******************************************
Ministeerri Fayyaa sababni dhukkuba bifa weeraraatiin Magaalaa Jinkaatti mudatee Vaayirasii "Marburg" jedhamuun ta’uu qorannoon mirkaneessee jira. Baattuun vaayirasii tanaa ammoo gosa shimbira halkanii (Fruit Bats) kan fuduraa fi abaaboo soorattu hoggaa ta'u, gaafa namni fincaan, hancufa ykn dhangala’aa ishii keessaa bahuuf saaxilame vaayirasichi gara namatti dabra. San booda nama irraa gara namaatti, tuttuqaa dhangala’aa qaamaa of-eggannoo hin qabneen daddabra. Kanaaf Tatamsa'ina isaa ittisurratti haa xiyyeeffannuun dhaamsa kiyya.

 Baga gammade habibi kookun sitti xiqqaata baga gammadegammachu tee gammachu teenya   kan jala seene   goonu_jallan
02/11/2025


Baga gammade habibi koo
kun sitti xiqqaata baga gammade
gammachu tee gammachu teenya
kan jala seene
goonu_jallan

انا لله وانا اليه راجعون
19/10/2025

انا لله وانا اليه راجعون

Irraa caalaa Ahlaama kana kan ta'anif
03/09/2025

Irraa caalaa Ahlaama kana kan ta'anif

follow for more interesting information
02/07/2025

follow for more interesting information

Address

Harar
1

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Salah Ahmad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share