ChiroPress

ChiroPress Chiro Press: Uncovering the truth, sharing the stories that matter.

31/05/2026

Callisuun yeroo hundaa waan dubbattu dhabuu kee miti. Wanti ati dubbattu waan fedhe ta'uus waan tokko akka hin jijjiirre qofa akka hubatte agarsiisa.

ChiroPress

Hiikni filannoo inni guddaan fedhii uummataa dhaggeeffachuu fi nagaa fiduudha. Filannoon dimokiraasii dhugaa mirkaneessu...
31/05/2026

Hiikni filannoo inni guddaan fedhii uummataa dhaggeeffachuu fi nagaa fiduudha.

Filannoon dimokiraasii dhugaa mirkaneessuu kan danda’u yoo lubbuun fi mirgi socho’uu lammilee hundaa guutummaatti kabajamedha.

Even wars have rules, and these rules must be respected‼️
11/04/2026

Even wars have rules, and these rules must be respected‼️

We are alarmed by the sustained violations of the rules of war and international humanitarian law.

In just the last month across the Middle East, thousands of civilians have been killed and injured. Hundreds of thousands have been displaced, many multiple times. The numbers continue to rise and essential services are increasingly difficult to access. Health workers, hospitals and ambulances have been targeted. Schools have been struck. Civilian infrastructure – including bridges, residential buildings, houses, water facilities and power plants – has been destroyed. This leaves us especially concerned about women and children and others with specific needs. Global supply chains are also impacted, with food and fuel prices on the rise.

Our humanitarian colleagues have been caught up in the hostilities. This year alone, 14 aid workers have been killed or injured in the Occupied Palestinian Territory, eight in Iran and five in Lebanon. This is an alarming toll, not least for national staff and local organizations, working courageously on the humanitarian front lines every day.

We strongly condemn all attacks on civilians, including humanitarian and health workers, as well as civilian objects. We demand that all parties – whether Member States of the United Nations or armed groups – respect their legal obligation to protect civilians, including humanitarian personnel, and civilian infrastructure. All violations must be met with accountability.

Even wars have rules, and these rules must be respected.

Statement by Principals of the Inter-Agency Standing Committee ( ) 👉 bit.ly/4c6ouD2

07/04/2026


Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp haleellaa Iraan irratti raawwachuuf karoorfate torban lamaaf tursiisuuf walii galuu isaanii ifatti beeksisaniiru.
🕊

22/03/2026

Waraana mo'uun injifannoo dhugaa miti. Injifannoon dhugaan kan dhufu yeroo lolli dhaabbatuu fi namoonni jireenya isaanii deebisanii ijaaruu jalqabanidha. Yeroo dhumaa sagaleen qawwee cal’isu, nagaan dhugaan ni bu’a. Nagaan, abdiin, fi jalqabni haaraaan waraana kamiyyuu caalaa iddoo guddaa qabu.

Ahmed Abdela
ChiroPress

22/03/2026

Fayyaa miira keetii eeggachuuf jecha namoota tokko tokko irraa fagaachuun laafina miti. Murtee akkasii fudhachuun ogummaadha‼️

22/03/2026

Of eeggadhu‼️
Gaa’elli baay’een gorsa hiriyootaa fi firootaatiin diigameera. Gorsa/Yaada sitti kennamu hunda calali. Beekkumsa namoota nagaa fi tokkummaaf bakka guddaa kennan irraa qofa barbaadi.

01/03/2026

Bara dheeraadhaaf simboo biyya fi masaanuu warra lixaa tayuun 'n akka diinaatti ilaalamaa kan turan hogganaa Amantaa fi Abbaan Gadaa Iraanii ajjeefamuu miidiyaaleen Iraan mirkaneessan.

Kana hordofuun gaddi biyyaaleesaa guyyaa 40 labsameera.

Kabajamtoota Maamiltoota Keenya,Akkaataa qajeelfama haaraawa Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa baasetti, maamiltoonni kee...
09/01/2026

Kabajamtoota Maamiltoota Keenya,
Akkaataa qajeelfama haaraawa Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa baasetti, maamiltoonni keenya hundi tajaajila baankii guutuufi seera qabeessa ta'e argachuuf, Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa (Faaydaa) isaanii Lakkoofsa Herrega Baankii isaanii waliin wal simsiisuu akka qaban irra deddeebiin beeksisaa jirra. Haaluma kanaan, ammas, damee Baankii Hojii Gamtaa isinitti dhiyaatu deemuun yookiin karaa liinkii armaan gadiin, lakkoofsa Faaydaa (FAN) keessan fayyadamtanii, Waraqaa Eenyummaa (Faaydaa) keessan lakkoofsa herregaa keessan waliin akka wal-simsiifattan kabajaan isin beeksifna.

karaa Salphaan Akkaawunti keessanii fi Faaydaa wal qunnamsiisuu dandeessu.

Digital ID keessaniif lakkoofsa baankii keessanii wal quunnamsiifachuu(LINK) ni dandeessu.
armaan gadii hordofuun:

1. https://my.coopbankoromiasc.com?referalLink=C61NYMLQW

2. GUI(Graphical User Interface) isiniif dhufu irratti lakkoofsa baankii keessan galchaa;

3. OTP(one time password) digit 4 isiniif dhufuun verify godhaa;

3. Bakka itti aanee dhufu irratti FAN(Fayda Alias No) keessan galchaa. Digital ID harka irraa qabaachuu qabdu; ID keessan isinirraa fagoo jira yoo ta'eef lakkoofsicha yks FAN keessaan argachuuf gara *9779 # tti bilbilaa. FAN messagen isin qaqqaba. Achumaan FAN fi FIN keessan yeroo biraaf ol keewwachuu dandeessu. Garuu ammatti Lakkoofsa FAN argattan sana bakka login with FAN jettu sana irratti dhoobaa(copy past) godhaa.

4. Isa booda lakkoofsa verification digit 6 isiniif dhufu bakka gaafatamtan irratti dhoobaa.

5. Lastly sirnaan hidhameera taanaan information armaan gadii isiniif fida:
Galatoomaaaaa

Cooperative Bank of Oromia | Join Coop Bank.

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Maasay Badhaso, Reshad Bushra, አማራነት በነፃነት, Araarsoo Badh...
29/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Maasay Badhaso, Reshad Bushra, አማራነት በነፃነት, Araarsoo Badhaasoo Waariyoo, ሀይማኖት አገኘሁ አቤ

Address

Harerge

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ChiroPress posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share