Yosef Dassalegn Lencho

Yosef Dassalegn Lencho Jal. Qabso

02/04/2023

Ajjeesaa godduuttis jiraadhera nagaattii

02/04/2023

Abdatamaakoo

TPL  sittii hin fakkatin lammiile Oromiyyaati Kun . Maaloo Afaan bektanin wqyoon kadhadhaa akka nurraa kaasuuf
24/10/2022

TPL sittii hin fakkatin lammiile Oromiyyaati Kun . Maaloo Afaan bektanin wqyoon kadhadhaa akka nurraa kaasuuf

Guyyaa kalessaa  qofa maqa namoota diroonidhan maada'aani
24/10/2022

Guyyaa kalessaa qofa maqa namoota diroonidhan maada'aani

Akkasitti ummata rakkate jiratuu xiyyaaran rukutuun  jibbiinsa sanyuummaati kanaaf ummanni falma Isa fininsuu qaba 430 b...
24/10/2022

Akkasitti ummata rakkate jiratuu xiyyaaran rukutuun jibbiinsa sanyuummaati kanaaf ummanni falma Isa fininsuu qaba 430 bira dhabbaate

24/10/2022
Kanuma dubbiin
24/10/2022

Kanuma dubbiin

23/10/2022

Namnii abdii kutatee jerana of ajjeessa. Mangistiin raatun Kun gaafa du'aa Isa baru, gaafa abdii kutatu, biyya xiyyaaran rukutu jalqabe. Safuudha . Mee afan qabdaniin nurraa kaasi jedha . Saba Oromoo Waaqayyoo isin dhaga'aa

Address

Nekemte

Telephone

+251901867464

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yosef Dassalegn Lencho posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share