24/04/2020
Waan haaraa uumuun bakkuma jiran jiraataniiti!
Yeroo tokko tokko namoota baayyee biratti kan mullatu kalaqa namootni uuman fayyadamuutti amanu,garuu akkas ta'uu hin qabu kanaaf waan naannoo keenya jiru irraa waan haaraa uumuu haa shaakalu!
Be creative!
Utuu hin dinqisiifatin darbuun ulfaataadha!