Dr Gebisa Clinic Medium

Directions

Dr Gebisa Clinic Medium Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr Gebisa Clinic Medium, Medical and health, Bilu city, Omo.

09/05/2026

With Kamil Sefu Fadilu – I just got recognised as one of their top fans!

08/01/2026
Dhiirotaaf! Umurii dargagummaarraa jalqabee dhiironni carraa kaanserii cidhaaniin qabamuu waan qabaniif mana keessanitti...
08/01/2026

Dhiirotaaf!
Umurii dargagummaarraa jalqabee dhiironni carraa kaanserii cidhaaniin qabamuu waan qabaniif mana keessanitti cidhaan keessan qaqqabdanii ilaaluu qabdu!. Kunis kan tahu yeroo qaama dhiqattanis tahe yeroo biraa dhaabachuun kan of ilaaltan taha. Akkamitti of ilaaluu qabdu?
1.yeroo tokkotti cidhaan tokko qabdanii ilaaluu qabdu, erga tokko fixxanii kaanitti dabartu.
2.yeroo qaqqabdan quba aabguudduu fi quboota keessan kaan gidduu killee cidhaanii keessanii galchuun qaqqabuun mallattoowwan akka dhiita jajjabina qabu,dhiita kan biraa akkasumas guddinni fi bocni cidhaan sanaa kan kanaan duraarra jijjiirameera yoo tahe mana yaalaa deemanii ilaalamuun gaariidha!

Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu

"Furmaata Singiggoo/gubaatii laphee fi qara laphee(Gastroesophagial reflux disorder/GERD) Rakkoon kun kan dhufu rakkoo l...
08/01/2026

"Furmaata Singiggoo/gubaatii laphee fi qara laphee(Gastroesophagial reflux disorder/GERD)

Rakkoon kun kan dhufu rakkoo laafachuu huutuu garaachaarraan kan ka'e Asiidiin garaachaa haayidirookiloorik asiidii jedhamu gara ujummoo nyaataa laphee keenya keessa jirutti(Esophagus)ol darbuurraan kan ka'e rakkoo dhufudha. Kanaaf namoonni baay'een miira gubaatii qara laphee jalaa fi laphee gara bitaaf saaxilamu. Akkasumas nama haqqisiisuuf lollociisiisuu danda'a. Namoonni baay'eenis Onnee nu dhukkuba jedhanii himatu.
Mee namoonni rakkoo kana qabdan maal gochuu qabdu/hin qabdan?
1.Yeroo raftan boraatii fayyadamaa
2.nyaata hedduminaan hin nyaatinaa
3.yeroo hirribaa sahaa 2-3 dursaa irbaata nyaadhaa
4.yeroo raftan kallattii bitaan rafaa
5.shunkurtaa diimaa dheedhii soorachuu dhiisaa
6.alkoolii dhuguu dhiisaa/hiri'isaa
7.Buna baay'inaan dhuguu dhiisaa
8.sigaaraa aarsuu dhiisaa
9.nyaata zayitii itti baay'ate/qimamii/urgeessituun itti baay'ate soorachuu dhiisuu
10.ulfaatina qaamaa hir'isuu
11.cuunfaa birtukaanaa fi loomii baay'inaan fayyadamuu dhiisuu
12.chokkolaataa baay'inaan soorachuu dhiisuu
13.dhiphina/aarii hir'isuu
14.nyaata xixxiqqeessa nyaadhaa
Akkasumas qorichi madda asiidii kanaa hir'isu waan jiruuf fayyadamuunis gaariidha.

Fayyaa hin dhabinaa
Dr. NaafYaad Geetuu

FAAYDAA TEMIRA/TIMIRAA IJAA SAAYINSITIIN1). Fayyummaa Sammuu Ni Dabala2). Jajjabina Lafee Dabaluuf3). Fayyummaa Tiruu Ee...
20/12/2025

FAAYDAA TEMIRA/TIMIRAA IJAA SAAYINSITIIN
1). Fayyummaa Sammuu Ni Dabala
2). Jajjabina Lafee Dabaluuf
3). Fayyummaa Tiruu Eeguuf
4). Dhiibbaa Dhiigaat Too'achuuf
5). Madda Anniisaatiif
6). Dhibee Kintaarotiif
7). Jajjabina Ilkaaniitiif
8). Fayyummaa Garaachaa Eeguuf
9). Cirracha Hadhooftuu Nurraa Ittisa
10). Furdina Dabaluuf
11). Haadholi Ulfaatiif baayyee Gaarii
12). Dhibee Afuuffee Fincaaniitiif
13). Kolositeroolii Hir'isuuf

14. Miiraa feedhii walqunnamtii dhiiraa dabaaluf

15). Gogiinsa Garaa Nurraa Ittisa
17). Haadha Ciniinsuu Irra jirtuuf turtii Ciniinsuu xiqqeessuuf
18). Bareedina Qensaatiif
19). Dhibee Xanmaddee Mormaa Ittisuuf
20). Gogiinsa Hidhii Ittisuuf
21). Dhibee Allargikiitif
22). Humna Nuu Dabala
23). Fedhii Walqunnamtii Saalaa Dabaluuf
24). Carraa Dhibee istrooki/ Itita dhiigaa Nurraa Ittisuuf

25). Dhibee Garaa Kaasaa/Teessisatiif
26). Fayyummaa mar'imaaniitiif
27). Dhukkubbii Onneetiif
28). Fayyummaa Gogaa Keenyaa Ni Dabala
29). Bullaa'insa Nyaataa Ni si'eessa
30). Kaanseri/Cawwee Garaa Nurraa Ittisa
31). Dhukkubbii Yeroo Marsaa Laguutiif
32). Dhibee Gaggabdoof
33). Rifeensa Akka Hin Bubuqaaneef/Harcaaneef
34). Fayyummaa Narvii Ni Dabala
35). Vaayitaaminoota Akka A, C, B1, B2 kan badhaadhe
36). Amiino Asiidii 23 ol ofKeessaa qaba
37. Faayiberiin Kan Badhaadhe
38). Ayirani,koopari fi seeliniyuum of keessaa qaba
39). Cirracha Kalee Ittisuuf
Dr. Mohammed Keder

Telegraama keenya liinkii gadii tuquun JOIN Godhaa...
👇
https://t.me/naf37fspainbv

Address

Bilu City
Omo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Gebisa Clinic Medium posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share