27/06/2026
Amma warri badheecha facaafate asheeta nyaachuu eegaluuf jedhu. Anis bakkuma waa dalagutti mana jala waa bufadhee akkan waan jireenya koo kan baadiyaa hin daganne of gochaa jira.
Yaa mi'aa asheeta boqqoolloo!
Osomaa jennuu, kan asheenni irraa nyaattame, ykn kan firiin irraa yaafame Kun isin biratti maal jedhamu?