Dr Birbo Chala

Dr Birbo Chala Kilinika keenya dhuftanii yaalamuu yoo barbaaddan 09-57-78-80-03 my Youtube for more health info👇 https://youtube.com/?si=Fbh4rXJNZYft3D_g

06/06/2026

Mee warri akka koo Ijoollen tun nu caalte jettanii amantan!!! Ijoollee teenyarraa yaa barannu jechumaafi!

04/06/2026

Dhimma Paastaroonni takka takka morkii hikkiminnaa deemsa namoota irratti du'a labsaa ooltu kanas kana caala obsinee ilaaluun nutti ulfaatee jira.Yoo qaamni waan kana hordofu callisaan darbellee nutis akka ogeessa lubbuun dhukkubsataa nu mararu tokkotti gocha akkasii dura dhaabachuuf dirqamna.
dubbii kana waan hedduu argaa fi dhagahaa oollurraa anis waa nin dubbadha.
halkan gaarii!
Hubachiisa:-Ani waa'ee amantaa dubbachaa hin jiru.Amantaa maraafuu kabajan qaba.

Kilinikni G/G Wiirtuu dabalataan Hakima WaliigalĂ a(GP) tokko qacaree hojjachiisuu barbaada! Warri fedha qabdan fi ulaaga...
26/05/2026

Kilinikni G/G Wiirtuu dabalataan Hakima WaliigalĂ a(GP) tokko qacaree hojjachiisuu barbaada! Warri fedha qabdan fi ulaagaa guuttanii nu waliin hojjachuu barbaaddan karaa keessaa nu dubbisaa!!!

17/05/2026

Eenyuma inni?
Mootummaa- "Nagaa barbaanna"
Mormitoota-"Nagaa barbaanna"
Ummata - "Nagaa barbaanna"
Qaamni kun hunduu silaa ganamaa galgala nagaa akka barbaadu nutti himaa jira.Nagichi kun ammoo inumaa achuma nurraa fagaachaa deema. Eenyumaree akka nagaan nubira hin geenye kan godhaa jiru kun?
Gaafii waggoota jahan darban kanaaf sammuu kootirraa fagaachuu dide!!!

28/04/2026

Gaafii gaafatameef deebii!

Address

Sebeta
Sebeta

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Birbo Chala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr Birbo Chala:

Share