11/03/2026
Ajaa'iba!
• Abbaan manaa wayta haati warra isaa dhukkubsatte gaarummaan isaa beekkama.
• Haati warraa wayta abbaan mana isii hiyyoome gaarummaan isii beekkama
• Ijoolleen gaafa haadhaa fi abbaan isaanii dullooman gaarummaan isaanii beekkama
• Obboleeyyan yaroo dhalaamayaa gaarummaan isaanii beekkama
Fayyaa hin dhabinaa!