Nafishe Drug Store

Nafishe Drug Store Nafi

VAAYIRASII TIRUU 'B' - Hepatitis B Virus ******************************************Vaayirasiin Tiruu B (Hepatitis B)n ku...
22/09/2025

VAAYIRASII TIRUU 'B' - Hepatitis B Virus
******************************************
Vaayirasiin Tiruu B (Hepatitis B)n kun kulkulfannaa tiruu hammaataa ta'e fiduu kan danda'udha. Namoota tokko tokko irratti dhukkuba tiruu yeroo dheeraaf (ji'a jahaa oliif) nama wojji jiraatu fida. Dhukkuba Tiruu yeroo dheeraaf nama wojji jiraatu kana fiduun isaa ammoo carraa tiruun dalagaa ishee dadhabuu, gadaannisa uumtee hafuu, fi carraa kaansarii tiruu horachuu qabaata.
***********************************************
Haa ta'u malee namoota Vaayirasii kanaan qabaman keessaa hedduun isaanii ji'a jahaa gaditti carraa sirni ittisa qaama isaanii Vaayirasicha dhiiga keessaa qulqulleessuu/balleessuu qabaata. Carraa kana ammoo wonti ijoon murteessu umrii Vaayirasichaaf itti saaxilamaniidha. Umriin itti saaxilamne xiqqaa yoo ta'e carraan dhukkuba tiruu hammataafii yeroo dheeraa (jireenya guutuu) nama wojji jiraatu qabaachuu keenya olka'aa ta'a.
---
Fakkeenyaaf namni tokko dhalatee woggaa jalqabaatti Vaayirasii Tiruu B kanaan yoo qabame carraan namni kun dhukkuba tiruu hammaataafi yeroo dheeraa nama irra turu horachuu isaa %80-90 gaha; garuu yeroo umrii ijoollummaa (hanga woggaa jahatti) yoo vaayirasichi qaama seene ammo carraan dhukkuba tiruu yeroo dheeraafi hammataa horachuu %30-50 qofa, yeroo umrii ga'eessummaa ykn maanguddummaa ammoo carraan dhukkuba tiruu yeroo dheeraa nama wojji jiraatu qabaachuu %10 gadi ta'a jechuudha.
---
Isaan dhukkuba tiruu yeroo dheeraa horatan kana keessaas muraasa isaanii qofatu carraa xaxaawwan dhukkubichaa kan akka Tiruun dadhabuu, godaanisoofte hafuufi carraa kaansarii tiruu horachuu qabu.

Ummata adunyaa keessaa tokko sadaffaa kan ta'an (Biiliyoonaa lamaa ol kan ta'an) jireenya isaanii keessatti yeroo wohiitti vaayirasii kanaaf ni saaxilamu, isaan saaxilaman kana keessaa garuu miliyoonaa 350-400 kan ta'an qofatu dhukkuba tiruu yeroo dheeraa nama wojji jiraatu kana horata. Isaan horatan kana keessaa ammoo wogga-woggaan Miliyoona tokkotti kan hiiqan sab

06/08/2025

World Health Organization Ethiopia
World Christian Media
CHRISTIAN MEDIA
Wandimmuu K. Dhaabaa
Gospel singer Yadesa Shiri
Balina Fiqadu

04/08/2025

Odeeffannoo Fayyaa argachuuf page kanaaf maatii ta'aa
Waliifis qoodaa‼️
CHRISTIAN MEDIA
World Health Organization (WHO)
World Christian Media

 1). Kaansari Nurraa Ittisuuf2). Dhiiga qulqulleessuuf3).Cooma Balleessuuf4). Dhibee Alargiitif5). Hoo'a Qaamaa sirreess...
04/08/2025


1). Kaansari Nurraa Ittisuuf
2). Dhiiga qulqulleessuuf
3).Cooma Balleessuuf
4). Dhibee Alargiitif
5). Hoo'a Qaamaa sirreessuuf
6). Fayyummaa onneetif
7). Dhiibbaa dhiigaatiif
8). Fayyummmaa Lafeetiif
9). Fedhii walqunnamtii saalaa dabaluf
10). Ilkaan akka hin shamneef
11). Dhukkubbii gurraatiiif
12). Furdina qaamaa sirreessuuf
14). Nyaatni akka daakamuuf
15). Dhibee Asmiitiif
16). Garaacha madaa'eef
17). Dhibee Sukkaaraatiif
18). Dhibee Utaallootiif
19). Fayyummaa Sammuu Dabaluuf
20). Hir'ina Dhiigaatiif
21). Bareeduma Gogaatiif
22). Hirriba gaarii akka rafnuuf
23). Itita dhiigaa nurraa ittisuuf
24). Vaayitamin C kan badhaadhe
25). Dhukkuba koleeraaf
26). Guddina Rifeensaatiif

02/08/2025

Dhukkiubni kaanserii namaa namatti hin darbaa?
Mee vdo kana daawadhaa‼️
Waliif qoodaa‼️

31/07/2025

Wow
Dr,Abiyi‼️

31/07/2025

🙏🙏🙏🙏

23/07/2025

Mee share waliif godhaa
Page kanas follow godhaa🙏🙏🙏

22/07/2025

Kana beektuu laata
Odeeffannoo fayyaa argachuuf page kana follow godhaa🙏🙏🙏

22/07/2025

Odeefffannoo Qorichaan walqabatu argachuuf
Akkasumas dhimmoota Fayyaa wajjin wal qabatu dafee akka isin bira ga'uuf
Page kana like,share,follow godhaa🙏🙏🙏

Address

Tulu Dimtu

Telephone

+251920408233

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nafishe Drug Store posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share