08/07/2026
Ogeeyyii clinical nurse ykn Bsc Nurse hojii barbaaddaniif;-
Muxannoo- woggaa 2 fi sanaa oli.
Mindaa- 13500 fi faayidaa tokko tokko fi mana kiraa dhaabbatichatu danda'a.
License- kan qabu
Baayina- 1
Saala- 2nuu
Iddoo hojii- Boorana!
Galmeen;- Telegram 0954810447 irratti dokument guutuu fi laakkofsa bilbilaa keessan ergaa.
Guyyaan galmee 01/11/18-07/11/18
Guyyaan hojii itti eegalamu 10/11/18 ta'a carraa gaarii!