27/07/2026
Stroke | Istirookii | ስትሮክ
———- ————— ————
A stroke happens when blood flow to part of the brain is blocked or when a blood vessel in the brain bursts. It is a medical emergency.
Common symptoms:
✅ Sudden weakness or numbness on one side of the body
✅ Drooping face
✅ Difficulty speaking or understanding speech
✅ Sudden loss of balance or severe headache
Treatment:
Early medical treatment is essential. After the condition is stable, physiotherapy plays a key role in improving movement, balance, strength, walking, and independence.
⏰ The earlier the treatment, the better the recovery.
—————————————
Istirookiin yo dhiigii gara sammuutti yaa'uu dhaabbatu ykn ujummoon/hiddii dhiigaa sammuu keessatti dhiigu uumama. Kun waan ariitiin wallaansa fedhaati.
Mallattoolee:
✅ Nafii gamii tokko laafuu ykn socho'uu dadhabuu
✅ Fuulli gama tokkootti qonyachuu
✅ Dubbiin nama rakkisuu
✅ Madaallii ufii eeguu dhabuu ykn mataa dhukkubbii cimaa
Yaala:
Yaaliin ariifachiisaan baay'ee barbaachisaa dha. Erga haalli tasgabbaa'e booda, fiziiyotheraapiin humna, sochii, deemsa, madaallii fi of danda'uu deebisuuf gahee guddaa qaba.
⏰ Yaaliin yeroo isaa eeggate fayyina ni saffisiisa.
—————————————
ስትሮክ
ስትሮክ ወደ አንጎል የሚሄደው የደም ፍሰት ሲቋረጥ ወይም በአንጎል ውስጥ የደም ሥር ሲፈነዳ የሚከሰት አስቸኳይ የሕክምና ሁኔታ ነው።
የሚታዩ ምልክቶች:
✅ በግማሽ አካል ድክመት ወይም መደንዘዝ
✅ ፊት ወደ አንድ ጎን መውደቅ
✅ መናገር መቸገር
✅ ሚዛን ማጣት ወይም ከባድ ራስ ምታት
ሕክምና:
ፈጣን የሕክምና እርዳታ በጣም አስፈላጊ ነው። ከዚያ በኋላ ፊዚዮቴራፒ የእንቅስቃሴ፣ የጥንካሬ፣ የሚዛን፣ የመራመድ እና የዕለት ተዕለት ነጻነትን ለመመለስ ትልቅ ሚና ይጫወታል።
⏰ ፈጣን ሕክምና የተሻለ ውጤትን ያመጣል።
Tache Jilo Tache