06/09/2026
Congratulations π π π π π π π
Fudhaa Dubrii Kenaa Turaa Guyoo Jaarsoo Jaarsoo fi Kanaa Guyoo Jaarsoo Akkummaa Abboo Waaqi Isaan Gargaare Isaan Halkumachiise.
Dubriu Khenna Waliin Horaa Bulaa Deebana Ardaa Guuta.
Tanaafi Akkuma Dubbiin Waaqa Jeette Nama Waaqii tokko Tolchee Nami Gargaarii Baasu Hin Mallee Jeettu.
isan Warra Waaqii Tokko Tolchee.
waliin Horaa Bulaa Ilmaa Intala Tuula.
siif Milkaa'iina, Diinnafi Gaafii Ashuu Ashuu Akkuma Abboo Waaqii Dabarse Sii Milkeesse.
Happy wedding!!!!